Oro Media

Oro Media Waaqii kiyya naaf gahaadha.

19/06/2026

Big shout out to my newest top fans! Robert Ye Boranna Lij

Aanaa Dilloo, Ganda Qancaroo Qaallitti.
19/06/2026

Aanaa Dilloo, Ganda Qancaroo Qaallitti.

 Hojjannaan uumata karaa cufaan ceesisuun ni danda'ama.
19/06/2026



Hojjannaan uumata karaa cufaan ceesisuun ni danda'ama.

18/06/2026
Godina Booranaa – Invastimantii Boqqoolloo************************************Mootummaan Naannoo Oromiyaa tarsiimoo hirk...
16/06/2026

Godina Booranaa – Invastimantii Boqqoolloo
************************************

Mootummaan Naannoo Oromiyaa tarsiimoo hirkatummaa irraa gara omishtummaatti jedhu hojirra oolchuun fayyadamummaan lammiilee karaa itti fufiinsa qabuun mirkaneessaa jira.

Hojii invastimentii Buusaa Gonofaa cimsuun omishtummaa qonnaa guddisuu fi wabii nyaataa mirkaneessuuf, golee Oromiyaa hundatti rooba gannaa, jallisii bonaa fi copha Bishaanitiin misoomni qonnaa eegalame milkaahinaan raawwatamaa jira.

Haaluma kanaan, Godina Booranaatti invastimantii Buusaa Gonofaatiin bara kana rooba gannaatiin lafti heektaara 202 irratti omishni midhaan gosa garaa garaa kanneen akka Boqqoolloo, Qamadii, Boloqqee, Xaafii fi Looziitiin omishamaa kan jiru yoo ta'u, kana keessaa ammoo, lafti heektaarri 40 invastimantii Boqqoollootiin misoomaa jira.
BKO

Dubartoonni iddoo baay'ee si'ooftuu gaafa xuqamte gammachuu argatan 'G-**ot' jedhamtu erga doktorri maqaan isaa Dr 'Graf...
16/06/2026

Dubartoonni iddoo baay'ee si'ooftuu gaafa xuqamte gammachuu argatan 'G-**ot' jedhamtu erga doktorri maqaan isaa Dr 'Grafenberg' jedhamu iddoo kana argateen booda maqaa isaatiin moggaafamte qaama saalaa isaanirraa qabu. Iddoon argama ishii dubartootaa dubartootaatti garaagarummaa qabaatus jiddu galeessaan ulaa qaama saalaa gara fuulduratiin (vaginal opening anteriorly) hanga seentimeetira 3-6tti ol siyxee argamti. Iddoon kana xuquun dubartoonni yeroo walquunnamtii saalaa dafanii fedhii isaanii akka bahaniif gargaara. Iddoo kanaan alatti saala lachuufuu dafanii akka gammadaniif iddoowwan gargaaran namaa namatti garaagarummaa qabaatus yeroo baay'ee mormi, hidhii, rifeensi, cidhaan fi sarbaan gara keessatiin iddoo si'aa'inna qabanii fi dafanii sadarkaa gammachuu irra akka gahan kan gargaaranidha. Namaa namatti garaagarummaa waan qabuuf isiniif iddoo kanniin keessaa kamtu gammachuu akka isiniif kennu iftoominaan waliin mari'achuun barbaachisaadha. Dubartoonni qaama saalaa dhiiraa dheeraafi furdaa barbaadu osoo hin taane iddoowwan kana beekanii ishiis gaafatanii iddoowwan kanniin.
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!

Dhugaa sitti hadhooftus liqimsuu qabdu tokkon sitti hima. Gaafa waa qabdu inni si jaalatus, inni sin jaalannes si jaalat...
16/06/2026

Dhugaa sitti hadhooftus liqimsuu qabdu tokkon sitti hima. Gaafa waa qabdu inni si jaalatus, inni sin jaalannes si jaalata. Gaafa harka duuwwaa taate kan sin jaalanne duras sanuma. Garuu kan si jaalatu hidhii sitti xuuxa. Atumtiyyuu of jibbita. Hiyyeessi gurra hin argatu. Hiyyeessi akka garaasaatti hin dubbatu. Hiyyeessi waan barbaade hin nyaatu. Kanaafuu fiigi. Gurra argachuuf, akka feete dubbachuuf, wanta feete laachuf, nama feetef laachuf, abjuu kee jiraachuuf, ... Fiigi! Anaaf deebii laachuuf hin cinqamin. Tiraakii irra fiigdutti yaadi.

Obboloota koo isinan jaaladha
Isinis warra jaalattaniif qoodaa

Address

Dilo, Oromia
Awassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share