Ezra Feyisa

Ezra Feyisa Dear self. I will win. I promise for you🧒

08/12/2025
23/06/2025
25/05/2025

2 Timothy 4 (አማ) - 2 ጢሞቴዎስ 17: ዳሩ ግን የስብከቱ ሥራ በእኔ እንዲፈጸም አሕዛብም ሁሉ እንዲሰሙት፥ ጌታ በእኔ አጠገብ ቆሞ አበረታኝ፥ ከአንበሳ አፍም ዳንሁ።

02/05/2025

Guy's Akkam bultan Nageenyi Badhaadhaa

Taphataan Urjiin Liverpool....goal 3ffaa galcheen booda "I BELONG TO JESUS" jechuun Addunyaatti lallabeera. Iyyesusii Go...
27/04/2025

Taphataan Urjiin Liverpool....goal 3ffaa galcheen booda "I BELONG TO JESUS" jechuun Addunyaatti lallabeera.
Iyyesusii Gooftaa dha.💪

23/04/2025

I'm Fine 😎

Helloo👋 EveryoneRestart your life
09/04/2025

Helloo👋 Everyone
Restart your life

 Magaalaa guddoo Ripaabilika Doominiikaa Saantoo Doomiingoo keessatti baaxiin mana bashannanaa halkanii jigee lubbuun na...
09/04/2025



Magaalaa guddoo Ripaabilika Doominiikaa Saantoo Doomiingoo keessatti baaxiin mana bashannanaa halkanii jigee lubbuun namoota hedduu darbeera.

Manni bashannanaa halkanii beekamaa ta’e tokko baaxiin isaa jigee yoo xiqqaate namoonni 113 yoo du’an, 155 ol ammoo madaa’uu ABC News' gabaaseera.

Namoota du'an kana keessaa taphataa Baskeet boll Meejar Liigii duraanii ganna 51 Octavio Dotel fi bulchaa bulchiinsa Monte Cristi akka jiran himama.

Konsartii mana bashannanaa halkanii yeroo hunda konsartii muuziqaa shubbisaa qopheessu kana keessatti gaggeeffame kana irratti, namoota siyaasaa, atileetotaa fi namoota beekamoo biroo dabalatee namoonni dhibbaan lakkaa’aman akka argaman himameera.

Hogganaan wiirtuu hojii hatattamaa Rippabiliika Doominikaan kan ta’an Juan Manuel Mendez akka jedhanitti hojjettoonni baraarsaa gara 400 ta’an ammallee namoota lubbuun hafan caccabaa jalatti awwaalaman barbaadaa jiru.

Lakkoofsi namoota du'anii lakkoofsa amma himamee kanaa olitti dabaluu akka danda'u himama.

Wayita balaan kun mudate namoota 500 hanga 1,000 kilabicha keessa akka turan gabaafameera.

Waaqayyoo balaa tasaa nu haa oolchu🙏

Address

Awassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ezra Feyisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share