Losi Media Tube

Losi Media Tube Losi Media Tube

06/09/2023
06/09/2023

‘Galiifi baasin keenya fardaaf lafa’

Eebbisaan Finfinnee keessa jiraata. Abbaa mucaa tokkooti.

“Waanti hundi guyyaa gara guyyaatti dabalaa jira. Dabboon ji’oota muraasa dura birrii 5 ture amma birrii 10 galeera, abbaa birrii 10 kan ture birrii 15 galeera.

'Kan nama dhibu gatiin dabaluu qofa osoo hin taane, giraamni isaa gadi hir’ate. Maalif dabale jennee yoo gaafanne, rakkoo dhiyeessiti jira jedhu. Eenyu akka gaafannu hin beeknu," jechuun ibsa.

Akka ogeessi jedhanittimmoo rakkoon kuni babal'atee gara rakkoo hamaatti biyya geessuu mala.
Suuraa: Getty Images
↪️ https://bbc.in/3P7dZ5x

Address

Aweday

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Losi Media Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Losi Media Tube:

Share