Dr.Mehadi -DVM

Dr.Mehadi -DVM we consult on :
1. zonotic diseases
2. animal diseas prevention
3. One health
4. Farm management https://raajiiahmed.blogspot.com/?m=1

05/06/2026

beeyladaa miikkaa fi carqii nyaattu agartanii beeytu?
karaa pages keenya nu hordofaa.

Dr. Mehadi Jibro Ahmed
0923959352. nu argachuu dandeessu

04/06/2026

CS- Raada Abdi shamee , Magaalaa maayaa k/mag/Awwadaay, ganda famdisha, keellaa jimaa oromiyaa cinatti kan hojjatameedha.

01/03/2026

videoon kanatti aanee muullatu kun tajaajila baqaqsani yaaluu Raada gadamessaan banamuu didee ture takkaaf hojjanneedha. Tajaajila kan kennine Magaalaa Maayaa k/mag/Awwadaay ganda usmaan naannawa Majilisaattii yoo ta'u yeroo ammaa Raadaa fi waatiiyyooniis fayyaa gaaarirratti argaman.

kan hojjate: Dr. Mehadi Jibro Ahmed
Teessoon Teenya Magaalaa maayaa k/Mag/Awwadaay
phone: 0923959352
kanaaf beeyladaa dhala jalliftees ta'ee kan feestaalii nyaattees tajaajila baqaqsinee yaaluu waan keenninuuf jecha karaa teessoo keenyaa kanaan nu argachuu dandeessuu.

25/01/2026

With Habtamu Lamu – I'm on a streak! I've been a top fan for 14 months in a row. 🎉

25/01/2026

Vidiyoon kana gaditti mullatu kun : kenna tajaajila hawaasaa Mag/ Maayaa/kut/Mag/Awwadaay/Ganda/Boojjiitti hojjanne kan agarsiisuudha. haluma kanaan Re'ee dhalarratti rakkattee dhaluu dadhabdee takka tajaajila baqaqsinee yaaluutiin lubbuu rettii fi ilmootiis fedha rabbiitiin baraaruu dandeenyeeti jirra.
kanaaf, sababa dhala jallisuutiin ykn miikkaa fi carqii nyaachuutiin lubbuun beeylada teeysani akka hin baane koottaati nu qunnama isinin jenna.
Teeysoon teenya : Mag/Maayaa/ K*t/ Mag/ Awwadaay
phone: 0923959352.
Dr. Mehadi Jibro Ahmed

Address

Aweday
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Mehadi -DVM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr.Mehadi -DVM:

Shortcuts

Share