ETP Page

ETP Page students

Antoonii Teeylar tapha Liivarpuul fi Maan Yunaayitid irratti abbaa murtii ta'ee muudame. John Brooks VAR irratti ni arga...
02/04/2024

Antoonii Teeylar tapha Liivarpuul fi Maan Yunaayitid irratti abbaa murtii ta'ee muudame. John Brooks VAR irratti ni argama.

: Riyaal Maadriid 2 fi 0n Atileetik Bilbaawoo injifate Roodriigoo 💪 Riyaal Maadriid taphoota Laaligaa 8 hafee qabxii 8n ...
01/04/2024

: Riyaal Maadriid 2 fi 0n Atileetik Bilbaawoo injifate Roodriigoo 💪 Riyaal Maadriid taphoota Laaligaa 8 hafee qabxii 8n dursa liigii kanaan deebi'eera

Soofiyaan Amraabaat gara Maanchister Yuunaayitid dhufeera. Jijjiirraa garee kamuu osoo hin keessummeessiin guyyoota 70 o...
01/09/2023

Soofiyaan Amraabaat gara Maanchister Yuunaayitid dhufeera. Jijjiirraa garee kamuu osoo hin keessummeessiin guyyoota 70 ol gaaffii Yuunaayitid eege. Taphataan sarara gidduu kun ammatti gara Yuunaayitid dhufeera. Yuunaayitid amma ergisaa waggaa tokkoon kan fudhate yoo ta'u yeroo itti aanu dhaabbiin mallatteessifachuu danda'a🥰

Bara ijoollummaa isaa irraa kaasee amma gameessummaa isaatti hongeen goolii galchuu kan mana isaa seenee hin beekne Kiri...
30/08/2023

Bara ijoollummaa isaa irraa kaasee amma gameessummaa isaatti hongeen goolii galchuu kan mana isaa seenee hin beekne Kiristiysanoo Roonaaldoon har'a tapha Aal Nasir goolii 4-0n Aal Shabaab injifate irratti goolii 2 galchuun kubbaa tokko gooliif mijeesseera.

Kiristiyaanoo Roonaaldoon liigichaan goolii 5 galchuun morkii ajaa'ibsiisaa keessaa galee jira. Taphataan ganna 38 kun bara jireenya isaa keessatti goolii 856ffaa isaa har'a lakkoofsisee jira.

Kan isa waliin kubbaa miilaa jalqaban miti warri isa booddee jalqabaniyyuu addunyaa tapha kubbaa miilaa keessaa bahanii dirree jireenya dhuunfaa isaanii keessatti argamu. Inni garuu har'as bakkuma yeroo durii isaa jira. Addunyaa kubbaa miilaa keessaas waan adda bshu hin fedhu🥰🥰🥰

Roonaaldoon yoomi kan goolii galchuu dhiisu?🥺

Juud Beeliinghaam taphoota laaligaa jalqabaa 3 qofa irratti galchiin innii Riyaal Maadridiif lakkoofsise, Goolii Eden Ha...
27/08/2023

Juud Beeliinghaam taphoota laaligaa jalqabaa 3 qofa irratti galchiin innii Riyaal Maadridiif lakkoofsise, Goolii Eden Haazaard Riyaal Maadridiif waggaa 4 keessatti lakkoofsiseen qixxaateera. 🙃

Deeggartoota Liiverpuul qofaaf.🥰Mee Dargaggoota kana keessaa eenyuun filattan. Nama Odeeffannoo qulqulluu nuuf haa dhiye...
11/08/2023

Deeggartoota Liiverpuul qofaaf.🥰

Mee Dargaggoota kana keessaa eenyuun filattan. Nama Odeeffannoo qulqulluu nuuf haa dhiyeessu jettan warreen kana keessaa filadhaa.
1. Wande Mak
2. Liibee Angafticha Kanuu
3. Margaa Ittifaa
4. Abdi Misgana

**Sadiyoon Baayerniin didame Al-Naasiri tti imaluuf fedhii agarsiise***✍️Toomaas Tuukheel Sadiyoo Maanee dhiibun baasuu ...
25/07/2023

**Sadiyoon Baayerniin didame Al-Naasiri tti imaluuf fedhii agarsiise***

✍️Toomaas Tuukheel Sadiyoo Maanee dhiibun baasuu barbaade milkaa'aa jira.Tuukheel Sadiyoon Gahuumsa gadi Aanaa agarsiise,Akka eegame hin taane jechuun himata.Sadiyoon gahuumsa isaatti deebi'uuf garicha keessa turuu barbaada ture.amma dhiibamuu baruun gara Sa'udii imaluuf heeyyamamaa ta'eera jedhameera.

✍️Al-Naasir ,Baayerniif Paawundii(£ 34mil ) dhiyeesseera.Bakka bu'aan taphatichaa Walii galtee gurbichaa tolchuuf gara Jaappan imaleera.Maanenis carraa dhufte of jala dabarsuu waan hin feenef tole jedheera.CR7 waliin taphachuuf carroomera.

Tibbana gaaffii gaazzixeessitoonni Jaarman dhiyeessaniif bifa aarin...

🗣️Guuyyuu Miidiyaa keessaniin Na ajjeesaa akkan isinitti dubbadhu barbaadduu" jechuun deebiseef.

Diyaamandiin Afrikaa Sadiyoon Al-Naasir qubachuuf jira.

"Maanchistar Yunaayitid waliin Shaampiyoonsi Liigii injifachuu nan barbaada, abdii qabas"
19/07/2023

"Maanchistar Yunaayitid waliin Shaampiyoonsi Liigii injifachuu nan barbaada, abdii qabas"

🗣"Liigiin Saa'udii Liigii warra Meejar Liigii Ameerikaa ni caala." "Gara kubbaa miilaa Awurooppaatti hin deebi'u. Balbal...
18/07/2023

🗣"Liigiin Saa'udii Liigii warra Meejar Liigii Ameerikaa ni caala."

"Gara kubbaa miilaa Awurooppaatti hin deebi'u. Balballi boqonnaa koo kan Awurooppaa guutummaatti cufameera."

"Gara Liigii Saa'udii gaafan dhufu na qeeqaa turan. Amma garuu maaltu ta'e?" Taphattoonni hundi as dhufaa jiru."

"Kilabii Awurooppaa kamiyyuutti akkan hin deebine 100% mirkaneesseen jira. Amma gara liigii Sa'uudiitti xiyyeeffannaa koo naanneffadheera. Amma immoo kan nama dinqu taphattoonni hundi as dhufaa jiru."

Kiristiyaanoo Roonaaldoo

Breaking News Haarii Maaguweer Aangoo dursummaa taphattoota MU gadhiisera.....✍️Haarii Maaguweer dursaan taphattoota Maa...
17/07/2023

Breaking News

Haarii Maaguweer Aangoo dursummaa taphattoota MU gadhiisera.....

✍️Haarii Maaguweer dursaan taphattoota Maan yuunaayitid Erga Leenjisaa Erik Teen Haag waliin Marii taasiseen booda ,Aangoo Dursummaa (captain) gadhiisuu Ibsa baaseen ifoomsera.

Haarii Maaguweer yoo dubbatu....

🗣️Aangoo dursummaa taphattootaa waggaa 3 dura Oolee Gannar Solshaayeriin naaf keennameef Leenjisicha galatoomfachuun barbaada jedhe.Har'a yeroo Teen Haag Dursaa biraa jijjiiruu akka barbaadu natti himu Baay'ee gaddus hagan Hidhannoo(kits) Garichaa uffadhee jirutti garichaaf of kennee hojjachuuf qophii dha.itti aansun Deeggartootaa Maan yuunaayitid yeroo mallattoo dursumma hidhadhee jiru na cinaa turaniif galata guddaan galcha jedhe.waggoota 3dan darbaniif itti gaafatamummaa akkasii fudhadhee garicha waan danda'uun gargaaruu koof gammachuu guddaatu natti dhagahama.milkaa'ina garichaaf waanan danda'u hunda gochuuf yaalera jedheen yaada.ammas gara fuulduraas dirree fi dirreen alatti garicha waliin jira .jedhe Haarii Maagweer

✍️gareen Maan yuunaayitid Ibsa baasen turtii waggoota 3 fi walakkaa Haarii Maaguweer itti gaafatamummaa Dursummaan hoogganaa tureef galatoomfateera.

✍️Haarii Maaguweer filannoo Erik Teen Haag bara dorgommii dhufuun Ala ta'uu
Hordofee Gareen Weesthaam taphaticha fudhachuuf fedhii akka qabu gabaafamaatii jira jedhameera.

Harry Maguire 🔴

Address

Babile
440

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ETP Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ETP Page:

Share