Dhangaa Media Network

Dhangaa Media Network Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhangaa Media Network, Magazine, Bedele.

13/12/2025

Olka'iinsaaf loading...

28/06/2025

Waliin Meseret Daba Kene – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 8f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

19/06/2025

Obsaan nu eegaa!!!

03/04/2025

Afur dhumee shanaffaa irra jirra

30/11/2024

Nagaa faarsuu qofaan nagaan dhufu hin jiru nagaa hojjechuun malee

19/11/2024
Dhaqi achi!
19/11/2024

Dhaqi achi!

Filannoo pirezidantummaa Sadaasa 13 bara 2024 Somaaliilaand gaggeessiteen kaadhimamaan paartii mormituu Abdirahaaman Mohaammad Abdullaahii Iroo injifachuu Komishiniin Filannoo Somaaliilaandi ibse.
Waa'ee Waliigaltee hulaa galaanaa Itoophiyaan Somaaliilaandi waliin mallatteessitee ejjennoo akkamii qabu?
👉👉 https://bbc.in/3CJajEy

19/11/2024

Angawoonni mootummaa federaalaa lama Obbo Taayyee Danda'aaf ragaa ta'uf mana murtii dhihaatan.

Aangawoonni jecha ragaa kennuu dura yaadan dhiheeffadha jedhan Obbo Taayyeen. Angawoonni kuni eenyu? Obbo Taayyeen maal jedhan? ↪️ https://bbc.in/3OeRID6

19/11/2024

Baguma guyyaa har'aa geessan!!

15/11/2024

Like share

Address

Bedele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhangaa Media Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category