Jijjiramaaf hojjannaa Gola-Oda New.

Jijjiramaaf hojjannaa  Gola-Oda  New. Work to change

24/07/2025
Ed-Mubaarak Bulchinsa Ganda jabeen irraa
29/03/2025

Ed-Mubaarak Bulchinsa Ganda jabeen irraa

29/03/2025

"Baga Ayyaana Iid Alfaxirii Bara 1446ffaa nagaan Geessan" koree Qindeessaa Aanaa Gola Odaa

Ji'iini Raamadaanaa hordoftoota Amantaa Musiliimaa biratti hawwii guddaadhaan eegamu; guyyaa soomaan halkan salaataan akkasumas Quraanni barsiifamaa rabbirraa araara kan ittiin barbaadaniidha. Baatiin kun kan balballi jannataa itti banamtee balballi jahannamaa itti cufamtuufi ji’a Quraanni keessatti bu’e ta’uunis adda kan isa taasisu yommu tahu Ummanni Muslimaa marti Baga guyyaa kana nagaan geessan jedhaniiruu.

Ummanni Amantaa Muslimaa Marti guyyaa Kana Wayta kabajnu Akkuma Amantaan Muslimaa Ajaju dadhabaa gargaaruun firaaf Aaliin Walgaafachuun Tokkummaaf jaalalan nagaan akka dabarsitan kan jedhuun ergaa isaanii dabarsaniiru.
Ayyaana Gaarii
kominikeeshiinii Bulchiinsa Aanaa Gola Odaa

GODINA HAR/BAHAA AANAA GOLA ODAATTI Gamaaggama Koree Qindeessitoota Araddaa 18 Aanaa Gola Odaa Guyyaa har'aa Sadarkaa Aa...
10/09/2024

GODINA HAR/BAHAA AANAA GOLA ODAATTI Gamaaggama Koree Qindeessitoota Araddaa 18 Aanaa Gola Odaa Guyyaa har'aa Sadarkaa Aanaatti Gaggeeffamaa Oluun ibsamee 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Qaammee 05/2016

Jilli Bulchaa Bulchinsa Araddaa jabeeniin durfamuu Guyyaa har'aa Kuunuunsa Bishingaa Fi Oyruu Milishaa  yeroo  hojjatamu...
07/09/2024

Jilli Bulchaa Bulchinsa Araddaa jabeeniin durfamuu Guyyaa har'aa Kuunuunsa Bishingaa Fi Oyruu Milishaa yeroo hojjatamuu Daawwatamaa oleeraa.
Qaamme,02/2016

Godina Harargee Bahaatti Fayyadamummaa Ummataa  fi Imala Badhaadhinaa jalqabame dhugoomsuuf Muudamni  Aanaalee 21 fi Bul...
29/08/2024

Godina Harargee Bahaatti Fayyadamummaa Ummataa fi Imala Badhaadhinaa jalqabame dhugoomsuuf Muudamni Aanaalee 21 fi Bulchinsa Magaalotaa 2 irratti bifa haaraan gaggeeffame Hagayya 23/2016 akka asii gadii kanatti ifoomeera.
=== */////* ===

*Aanaa Fadiis*
1 ) Soozit Mahammad Ibroo - Bulchaa Aanaa
2 ) Gaashaw Zallaqaa Ashrafuu - I/G paartii
3 ) Abdii Ammee Hassan - I/A Bulchaa
4 ) Huzeyfaa Muktar Mahammad - I/G siyaasa
5 ) Ahmed Mahammed Usmael - I/G ijaarsaa

*Aanaa Midhagaa*
1 ) Abdii Abrahim Ahamd - Bulchaa Aanaa
2 ) Ababaa Lammii Dabaloo - I/G paartii
3 ) Usma'il Yusuf Mahammad - I/A Bulchaa
4 ) Anisaa Isaaqoo Abdi - I/G siyaasa
5 ) Zuwaliyan Mahammad Yuyyaa - I/G ijaarsaa

*Aanaa Kombolchaa*
1 ) Nuraddin Abraahim Bakaro - Bulchaa Aanaa
2 ) Amaan Ibraahim Dhaqqaboo - I/G paartii
3 ) Dr. Jamaal Jaabir Yuusuf - I/A/Bulchaa
4 ) Adam Aliyyii Muussaa - I/G Siyaasaa
5 ) Boontuu Ahamad Mahammad - I/G/Ijaarsaa

*Aanaa Haramayaa*
1 ) Taajir Mumad Hassan - Bulchaa Aanaa
2 ) Maruwan Mahamed Mumad - IG Paartii
3 ) Mahammad Bakrii Ahmad - IA Bulchaa
4 ) Jamaal Kamaal Abrahim - I/G siyaasa
5 ) Beeytuu Abdurazaaq Abrahim - IG Ijaarsaa

*Aanaa Qarsaa*
1 ) Mikail Mahammad Ahmad - Bulchaa Aanaa
2 ) Mahammaddiin Suufii Abrahimee - I/G paartii
3 ) Badhaasaa Abduramaan Abdii - I/A Bulchaa
4 ) Mahammad Abdallaa Alishoo - I/G siyaasa
5 ) Abdusabuur Mahammad - I/G ijaarsaa

*Magaalaa Babbilee*
1 ) Ahmednajjash Abduraman Mummad - Kantiibaa
2 ) Malikaa Mahamad Adam - IG Paartii
3 ) Feesal Aliyyi Ahmed - I/A Kantibaa
4 ) Fooziya Mahammed Ali - I/G siyaasa
5 ) Maruuf Abdujabbar - IG Ijaarsaa

*Aanaa Babbilee*
1 ) Nuuree Mohammed Hassaan - Bulchaa Aanaa
2 ) Kaliifaa Gaarii Yuuyyaa - IG Paartii
3 ) Dr Jamaal Mahamuud Aadam - IA Bulchaa
4 ) Xayyib kaliif - I/G siyaasa
5 ) Mubaarak Abdii M

Muudama gola oda Bulchaa aanaa  musxafa mahammadI/A bulchaa  dasii mahammad Itti gaafatama paarti. Ahmad muummee katabeI...
29/08/2024

Muudama gola oda

Bulchaa aanaa musxafa mahammad
I/A bulchaa dasii mahammad
Itti gaafatama paarti. Ahmad muummee katabe
Itti gaafatama siyaasa. Jamaal ahmad haadi
Itti gaafatama ijaarsa shakkul ahmad hallo

26/08/2024

Badhaadhinni bu'aa ida'amuuti!
************
Daandiin keenya ida’amuu, galmi keenya badhaadhina yeroo jennu kaayyoon keenya inni guddaan Itoophiyaan waggoottan darban keessa injifannoo siyaasaa fi hunda galeessa galmeessite eeguu fi babal’isuu, akkasumas dogoggorawwan hanga ammaatti raawwataman sirreessuun faayidaa fi fedhii dhaloota dhufu galmaan ga’uudha!

Daandii Ida’amuurra imalaa kan jirru Badhaadhina bira ga'uufi. Fuul-durri keenya, Itoophiyaa fi ummata isheef bara guddinaa, bara ifaa, bara misoomaa fi badhaadhinaati. Barri guddummaas dhufaa jira!!
Dukkana keessaa baanee ifa arguun abjuu keenya waloo waan ta’eef yaadama ida’amuutin imala gara badhaadhinaatti taasifnu cimsuutu nurraa eegama.

Address

Bedessa
HKHK

Telephone

+251969497267

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jijjiramaaf hojjannaa Gola-Oda New. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share