04/08/2026
🥹
Mucaa kana hin beeku garuu maxxansaa ishee kana dubbiseen gadde🥹
👇
yeroo tokko tokko waanti abdii si kutachiisu wanta humna keeti ol ta'ee argameedha akkati abdii kutattu kan godhummoo gaafa nama si gargaaru tokko of biraa dhabduudha Ani daa'imummaa koorra kaasee nama abbaaf haadha malee guddateedha ta'us warrin biratti guddadhe homayyuu naaf gochuu hin dandeenye 🥹
hamma umna kootis mana namaati hojjedhee of yaalchisaa tureera garuu fayyuu hin dandeenye amma garuu.......🥲