Yusuf Ahemed Abubeker

Yusuf Ahemed Abubeker Don't do on to other what you don't want do on to you!

02/05/2025

"Hamtuu Tee ilma Namaatirraa Qabadhu, Hamtuu Tee Qabatuun Sadaqaa Sirraa Lubbuu Teetirratti Taatee." Je'an Nabiin ﷺ
📚 صحيح الجامع

01/05/2025

نعم
Jabaadhuu hojjedhu, hiyyeessa gaafa taatu nagaan ati nama gaafattulleen kadhaa fakkaata waan ta'eef!!!

WowWowWow
01/05/2025

Wow
Wow
Wow

Maa mata wal nyaatan silaa. Kitaaba mata dureen isaa(Nama Collee)jedhu kaan👉Eskander Abdulakimkaan ammo mata dureen isaa...
01/05/2025

Maa mata wal nyaatan silaa. Kitaaba mata dureen isaa(Nama Collee)jedhu kaan👉Eskander Abdulakim
kaan ammo mata dureen isaa(Qaxalee)jedhu Ammoo kaan Murti Guuto Haayi Baqa mata nu nyaatin Dubiin tanuma🤸 Eywa Nasri Ka

01/05/2025

"Nama gaarii ta'i" Garuu namoonni akka sitti fayyadaman tasumallee hin heyyaminiif!!!!

30/04/2025

Namni dogoggora hojjatee hin beekne nama waan tokkos yaalee hin beekneedha!

30/04/2025

Fageenyi guddaan nama lama jidduu jiru wal hubachuu dhabuudha!

23/04/2025
18/04/2025

Imaamu Ahmad رحمه الله Ni Gaafatame: Yoomi Raahaan? Inni ni je'e (R): ((Miila 🦵 Duraa iddoo Jannata Keessa Yeroon Kaayu)) je'e.

🔴Oduu Poolisiin magaalaa Finfinnee gurbaa miidiyaa hawaasummaa irratti Qabduu Harmaa uffatee  magaalaa keessa deemaa vid...
14/04/2025

🔴Oduu
Poolisiin magaalaa Finfinnee gurbaa miidiyaa hawaasummaa irratti Qabduu Harmaa uffatee magaalaa keessa deemaa video qoodee ture to’annaa jala oolchuu beeksise.

Namni kun Miliyoon Dirribaa jedhama. Viidiyoo inni miidiyaa hawaasaa irratti gadhiisu irratti kutaaleen hawaasaa hedduun komii qaban kaasaniiru.

Akka poolisiin jedhutti komii namoonni dhuunfaa kaasaniin alatti gocha seera Itoophiyaa faallessu raawwachuun yakka ta'uu isaa mirkaneessa. Akka poolisiin magaalaa Finfinnee beeksisetti, namtichi gocha suukanneessaa adda addaa keessumaayyuu gochoota kabaja dubartootaa miidhu raawwachuun to’annaa jala ooleera.

Poolisiin magaalaa Finfinnee suuraaleen miidiyaa hawaasaa tokko tokko irratti gadhiifaman kan hin madaalle ta’uu ibsuun namoota dhuunfaa suuraa moobaayilii seeraan alaa gadhiisan irratti tarkaanfii seeraa fudhatu cimsee kan itti fufu ta’uu ibseera.
Share waliif godhaa baarakallaahu fiikum

Address

Deder

Telephone

+251915435515

Website

https://youtube.com/@yusufahmedtube?si=gh66aPv-xN8UNt-a

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yusuf Ahemed Abubeker posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yusuf Ahemed Abubeker:

Share