Saaladdiin Abdii ፤ ሳለዲን አብዲ

Saaladdiin Abdii ፤ ሳለዲን አብዲ Islaamummaan lubbuu tiyyaa, Oromummaan dhiigaa Kiyyaa.

28/10/2024
Ajaa'iba bar, Nama   dhugee Obboleeyaaniiti Ziina godhe Maale Nama   qaama'ee ziina godhee takka hin dhageenyee Gurraa o...
28/04/2024

Ajaa'iba bar,
Nama dhugee Obboleeyaaniiti Ziina godhe Maale Nama qaama'ee ziina godhee takka hin dhageenyee Gurraa ol galuu fi kaa Gad galuu keessaati. Kanaafu jimaan keenya jireenya keenyaa Ugguraa nurraa irraa kaasa Qaamni dhimmi ilaaluu.

Asfaaltii hin jenne, imala mijataa,Gamoos hin kajeelle, konteenara fe’a,Utubaas hin laalle, humna elektirikaaf,Anniisaa ...
21/03/2024

Asfaaltii hin jenne, imala mijataa,
Gamoos hin kajeelle, konteenara fe’a,
Utubaas hin laalle, humna elektirikaaf,
Anniisaa haaromfamaa, uumamaarraa fudhata.

Baankiin keenya tajaajila isaatiin, qonnaan/horsiisaan bulaa dhaqqabuuf, dameelee ikoo saffisaan babal’isuu irratti argama.

አስፋልትም አላለ፣ የተመቸ ጉዞ
ህንፃም አላሰኘዉ፣ ኮንቴነሩን ይዞ
ምሶሶም አላየ፣ የኤሌክትሪክ ሽቦ
ታዳሽ ኃይሉን ቃኘዉ፣ ከተፈጥሮ ስቦ።

ባንካችን በአገልግሎቱ አርሶ አደሩን እና አርብቶ አደሩን ለመድረስ ኢኮ ቅርንጫፎችን በፍጥነት በማስፋፋት ላይ ይገኛል!

13/03/2024
  _Rabbiil_Alamini. Uummaata   Addunyaa taan irraa jirtaan Hundaafu Baga  'a _Jaalatama_fi_Kabajamaa_ji'a_Soommana bara ...
10/03/2024

_Rabbiil_Alamini.
Uummaata Addunyaa taan irraa jirtaan Hundaafu Baga 'a _Jaalatama_fi_Kabajamaa_ji'a_Soommana bara kanaatiini isiin gahee. warra barana kana bara Hegeree Nu haa godhu. Sababaa kanatin Teenyaa hundaa nuuf dhise inni qabu hundaa nu haa Milkeessuu 🤲🤲🤲

Alhamdulilahi🙏🙏🙏
11/02/2024

Alhamdulilahi🙏🙏🙏

Alhamdulilahi for Everything.........!!!!!
14/01/2024

Alhamdulilahi for Everything.........!!!!!

Tibbana karaa miidiyaa hawaasaatiin Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qacarrii hojii yeroo ‘part time’ geggeessaa akka jiru...
07/11/2023

Tibbana karaa miidiyaa hawaasaatiin Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qacarrii hojii yeroo ‘part time’ geggeessaa akka jiru fakkeessuun odeeffannoo sobaan burjaajii uumaa akka jiran bira geenyeerra. Ergaawwan karaa fuula seera qabeessa ta’e kan baajii ykn mallattoo cuquliisaa qabuun ala odeeffannoo tamsa’u kamiyyuu baankii keenyarraa akka hin taane hubachuun burjaajjessitoota akkasiirraa akka of eegdan isin beeksifna.

ሰሞኑን በማህበራዊ ሚዲያ ባንካችን የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የትርፍ ጊዜ ስራ ‘part time’ ቅጥር ላይ እንዳለ በማስመሰል ሀሰተኛ መረጃ በማሰራጨት ለማደናገር እየሞከሩ እንደሆነ ለማወቅ ችለናል። በህጋዊ እውቅና እና ሰማያዊ ቀለም መለያ ካላቸው የማህበራዊ ሚዲያ ገፆቻችን ካልሆነ በቀር ማንኛውም መረጃ ከባንካችን እንዳልሆነ በመረዳት ከእነዚህ አጭበርባሪዎች እንዲጠነቀቁ እናሳውቃለን።

28/09/2023
28/09/2023
Mabruk Alfa Mabruk Warra wajjini waruu kan wajjini horu Rabbiin isiin haa godhu   ta'aa ciisa   ta'aa ka'aa.
30/07/2023

Mabruk Alfa Mabruk Warra wajjini waruu kan wajjini horu Rabbiin isiin haa godhu
ta'aa ciisa ta'aa ka'aa.

Address

Oromia
Deder

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Saaladdiin Abdii ፤ ሳለዲን አብዲ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Saaladdiin Abdii ፤ ሳለዲን አብዲ:

Videos

Share