Abdi Ahmed

Abdi Ahmed welcome to my page | my name is Abdi

Fayyadamtoonni tiktok hundi sagantaa bareedduu tana afeeramtanii jirtan
13/08/2026

Fayyadamtoonni tiktok hundi sagantaa bareedduu tana afeeramtanii jirtan

  "Photography" Fi "Video" Sagantaalee   Fi   Sirna Kabaja   Fi Sagantaalee  Adda Addaatiif  Haala Barbaaddanniin Tajaaj...
12/08/2026

"Photography" Fi "Video" Sagantaalee Fi Sirna Kabaja Fi Sagantaalee Adda Addaatiif Haala Barbaaddanniin Tajaajila Miidhagaa Fi Akkasumaas Saffissa Qabuun Nu Biratti Argachuu Dandeessu

Imran Studio_ Taajijalli isaa Mijataa, Saffisa Fi Qulqullina Kan Qabu Akkasumaas Amanamaadha!

🏠 DADAR ARAB-TARA MANA SUPHAA ELECTRONICS MURAAD FUUL-DURA

የህትመት ስራዎች፣ ፎቶግራፊ እና ቪዲዮ አገልግሎትን ለሰርግ፣ ምረቃ፣ የልደት በዓል እና ለተለያዩ ዓይነት ዝግጅቶች በፈለጉት መልኩ በውበት እና በፍጥነት ያለ አገልግሎት ከእኛ ዘንድ ማግኘት ትችላላችሁ።

Imran Studio – አገልግሎቱ ተስማሚ፣ ፈጣን፣ ጥራት ያለው እና ማመን የሚቻለው ነው!

🏠ደደር አረብ ተራ ሙራድ የኤለክትሮኒክስ ጥገና ቤት ፊትለፊት እንገኛለን

☎️ 0934525778 / 0921218209

https://t.me/Imranstudio


Godina Harargee Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti Konfaransiin Nageenya Fi Misooma Dargaggoota Magaalattii fi Eeybifam...
12/08/2026

Godina Harargee Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti Konfaransiin Nageenya Fi Misooma Dargaggoota Magaalattii fi Eeybifamtoota Dhaabbiilee Barnootaa Olaanoo irraa eybifamaani hirmaachise gaggeeyfamee jira.



 : Dhaabbanni guddichi Addunyaa kan waa'ee haawaafi pilaaniitii qoratu...guyyaa boruu Roobii/Arbaa... Aduun walakkaa guy...
11/08/2026

: Dhaabbanni guddichi Addunyaa kan waa'ee haawaafi pilaaniitii qoratu...guyyaa boruu Roobii/Arbaa... Aduun walakkaa guyyaa irratti biyyoota Addunyaa gara garaa irratti kushufuun dukkanooftee ni argamti jachuun addeesse jira. Taateen kun yeroo gidduu dacheefi aduu gidduu pilaaniitiin biraa dabru uumama jachuun sababa qorannoo isaa ibsee jira!! Yeroo aduun kushuftu ija qofaan gara aduu ol ilaaluun fayyaa ijaaf gaarii miti. Keessattuu daa'iman gara Aduu ija qofaan akka ol hin ilaalle godhuutu gaariidha. Yeroo aduun kushftu maanzaraa ijatti uffachuun ilaaluutu fayyaaf gaariidha. Yeroo sanatti cararriin aduu irraa gara lafaa gahu ija miidhuu danda'a..

Rabbiin lafa nagaa haa godhuu...waliif dabarsaa!
Munawar Shek Ahmed godhuu hin dagatinaa.

10/08/2026

Ani barataadha jaalala hin Barannee suuta na sossobi akkan hin baqannee!!!!

 Maatii Daa'ima "Naatii Darajjee tiifDaa'imnni Maqaan Isaa   Jedhamu Badee Kophaa Isaa Osoo Deemuu Godina Harargee Bahaa...
10/08/2026


Maatii Daa'ima "Naatii Darajjee tiif

Daa'imnni Maqaan Isaa Jedhamu Badee Kophaa Isaa Osoo Deemuu Godina Harargee Bahaa Aanaa Dadar Ganda Dirree Waltahaatti Argamee Jira.

Maqaan Abbaa Isaa Darajjee
Maqaan Haadhaa jedhamti jedha yeroo gaafannu Iddoon dhaloota kiyyaa Haramayaa Baateedha jedha

Iddoon jiraachaa jiru Dadar Akkoo Tiyya biraan jiraachaa jira jedha yeroo gaafannu kanaaf Namni Daa'ima Naatii Darajjee Jedhamu Kana Maatii Isaatiifi Isaas Nama Inni Dadaritti Bira Jiraatu Beeku Iyyaafadhaati Daa'ima isaanii Dhufanii Fudhatan iyyaa iyya dabarsaa 'share godhaa ' maatii daa'ima kanaa biraan gahaa

Maatiin Daa'ima Kanaa Yoo Argame Aanaa Dadar Waajjira Pooliisii Aanaa Dadar
Dhuftanii Akka Fudhattan

Odeeffannoo Dabalataaf
Lakk.Bilbilaa 0912853423

Maatii Dubarri Afaaniin Dubbachuu hin dandeenye jalaa badee iyyaafachaa jirtaniifHagayya 4/2018  Godina Harargee Bahaa B...
10/08/2026

Maatii Dubarri Afaaniin Dubbachuu hin dandeenye jalaa badee iyyaafachaa jirtaniif

Hagayya 4/2018 Godina Harargee Bahaa Bulchinsa Magaalaa Dadaritti Qaama Miidhamtuu Afaaniin Dubbachuu hin dandeenye Iddoo irraa deemtuufi Itti deemtu himachuu hin beektu, kanaaf Magaalaa Dadar keessaa Hawaasni Qabanii gara waajjira Gurmaa’insa Ummataa Magaalaa Dadar guyyaa 28/11/2018 Fidanii jiru kanaaf,Maatiifi Firoonnii ishee Kan taataan Suuraa Ishee kana laaltanii Lakkoofsa bilbila
0948583880 kanaan bilbiltanii Akka fudhattan isin beeksifna
Namoonni Ergaan isin bira gahee Share gootanii akka Maatii biraan geessan isin yaadachiifna.





Maddii Kominikeeshinii Magaalaa Dadar

Baga Gammaddan Ijoollee tenyaa qaalii   fans
10/08/2026

Baga Gammaddan Ijoollee tenyaa qaalii
fans

Dagaa Qalloo  Kharoora Hujii tola ooltummaa gannaa kheeyisaa tokko khantahe Ijoollee Mana baroomsa sad1ffaa fi sad2ffaa ...
10/08/2026

Dagaa Qalloo Kharoora Hujii tola ooltummaa gannaa kheeyisaa tokko khantahe Ijoollee Mana baroomsa sad1ffaa fi sad2ffaa Barattoota Barnoota sadarkaa ol'aanoo irraa dhufaniin khan barsiifamu yootahu, khanuma jiddugala godhachuun Kaawonsuliin Dargagootaa Muslimaa Bul/mgl/dadariis ijoollee Barsiisan qindeeyisuun koree Mana Baroomsa Madarasaa Umar ibnu Abdul'azii wajjiin tahuun Hagayya 4/11/2018 ttii Haala suuraa irratti mullaatu khanaan jalqabnee jirra
✍️khanaafuu Maatiin Barattootaa joollee teeyisan akka yeroo isaanii bakka hintaanetti hin qisaasneef Gara Mana Baroomsa Madarasaa Umar ibnu Abdul'azii zitti akka ergitan Isiniif dhaamna, 📚✍️📚✍️📚✍️📚✍️📚✍️

Address

Netherland
Deder

Telephone

+251715494197

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdi Ahmed:

Shortcuts

Share