Buufata Fayyaa Bul/Mag/Dadar

Buufata Fayyaa Bul/Mag/Dadar Fayyaan Faaya

09/07/2026

Tajaajilli Elektirikii Itoophiyaa Maamiltoota Isaa Gareewwan Taarifaa Afuritti Qooda. Isin Garee Kam Keessa Jirtu?

👉 Maamila mana jireenyaa,

👉 Maamila tajaajila waliigalaa (Daldala, Waajjirootaa fi Dhaabbilee Amantaa),

👉 Maamila Industirii Volteejii Gadi-aanaa,

👉 Maamila Industirii Volteejii Giddu-galeessaa.

➡️ Kaffaltii biilii anniisa elektirikii yeroo kanfaltan maal akka of keessaa qabu hammam beektu?

✅ Kaffaltii Anniisaa,

✅ Kaffaltii Tajaajilaa,

✅ Gibira Gatii Dabalataa (VAT 15%)

✅ Kaffaltii Abbaa Taayitaa To'ataa (0.5%)

✅ Kaffaltii Tajaajila Televiijinii ( Qarshii 10) of keessatti akka hammatu isin hubachiifna.

➡️ Akkaatuma kanaan, maamiltoonni fayyadamoo mana jireenyaa hanga anniisaa ji'atti fayyadaman irratti hundaa'uun gulantaalee 7-tti ramadamu.

✅ 1–50 kWh
✅ 51–100 kWh
✅ 101–200 kWh
✅ 201–300 kWh
✅ 301–400 kWh
✅ 401–500 kWh
✅ 501 kWh fi isaa ol jedhamuun ramadamu.

☑️ Kana jechuun kaffaltiin fayyadama anniisaa maamilaa ji'a keessatti kiiloo waatii sa'aatii (kWh) hammam akka fayyadame irratti hundaa'uun, sadarkaa itti argamuun shallagama.

🛑 Maamiltoonni ji'atti anniisaa kiiloo waatii sa'aatii(kWh) 200 gadi fayyadaman Gibira Gatii Dabalataa (VAT) hin kaffalan.

🛑 Akkasumas galiin isaanii akka hin miidhamneef, kaffaltii fayyadama anniisaa isaanii irratti deeggarsa (subsidy) ni argatu.

👉 Maamiltoonni garee taarifaa tajaajila waliigalaa (Daldalaa, Waajjiraalee fi Dhaabbilee Amantaa) ammoo maamiltoota mana jireenyaa irraa adda ta'uun, anniisaa ji'a keessatti fayyadaman hundaaf taarifa walqixa ta'e kaffalu.

Baasii ji'aa hir'isuuf:-

⚡️ Meeshaalee anniisaa elektirikii qusatan fi gahumsa qaban fayyadamaa.

⚡️ Dubbisni lakkooftuu keessan yeroo isaatti raawwatamuu isaa mirkaneeffadhaa.

⚡️ Kaffaltii fayyadama ji'aa yeroo murtaa'e keessatti sirnaan rawwadhaa.

⚡️ Sadarkaa ykn garee taarifaa kamiin akka kaffaltan adda baafadhaa.

05/07/2026
22/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Rauf Mume, Guyo Kari, Asmee Asmera Tola, Ali Mohamad, Mame Aba Oli, Jamaal Abarahiim, አማኔ ብንታ በሺረ

23/11/2025


Dhibee BPH (Benign Prostatic Hyperplasia), jechuun guddina kaansarii hin taane kan qaama pirosteeti (Prostate) keessatti uumamu jechuudha. Kun yeroo baay’ee umuriin namaa hanguma dabalaa deemun kan dhufuufi rakkoo baay’ee dhiira garmalee miidhuu danda'u keessaa isa tokkodha. Mee bal'inaan haa ilaallu:

1. Ka’umsa BPH (Etiology):
Guddina umuriin walqabatee: Umuriin namaa ol ka’uun (yeroo baay’ee umrii 50 olitti) dhiira hedduu irratti BPH ni mul'ata
Haala hormoonii: Jijjiiramni baay’ina DHT (Dihydrotestosterone) jedhamu – testosteroon irraa uumamu – prostaaticha akka guddatu taasisa.
Fakkeenya maatii (genetic predisposition): BPH namoota maatii isaanii keessatti mul’ateef carraan itti dhufu ni dabala.
(obesity): Namoonni Ulfina qaama isaanii dheerina sanitin wal hin madaalle carraan BPH qabamu isaani ol ka’a.

2. Sababoota Fidu (Risk Factors):
Irra caalatti Dhiira ta'uufi. Umrii (≥ 50 waggaa)
Seenaa Maatii keessatti BPH qabaachuu
Ulfina qaamaa garmalee ykn wantoota dandeettii hormoonii jijjiiran
Hir’ina sochii qaamaa (sedentary lifestyle)
Soorata kolesterooli fi foon gurguddaa dabalatee ulfaatina geeddaru

3. Mallattoolee (Symptoms):
Mallattoolee ujummoo fincaanii gara gadii irrati mul'achuu danda'an “Lower Urinary Tract
Symptoms – LUTS” jedhama:
Baay’inaan amma amma fincaanif gadi bahuu (urinary frequency)
Halkan fincaanif baay’ee bahuu (nocturia)
Dhiibbaa cimaa baasuuf barbaachisuu (straining)
Dhuma irratti yaabbuu utuu hin fixin cituu (incomplete emptying)
Dhaabbachuu fi itti fufu dadhabuu (intermittency)
4. Xaxaawwan BPH (Complications):
Fincaan namatti diduu (urinary retention)
Infeekshinin fincaanii irra deddeebi’uun qabuu (UTI – Urinary Tract Infections)
Fincaan nama ukkamsuu(bladder distension)
Fincaan irratti dhiigni mul'achuu(hematuria)
Fincaan kalee keessatti walitti qabame hafuu (hydronephrosis)

5. Ittisa BPH (Prevention):
Sochii qaamaa guutuu godhuu: Fiixee torbaanii daqiiqaa 150 ol sochii qaamaa gochuu
Soorata madaalawaa: Foonii fi dufaa kolesterooli qaban xiqqeessuu, kuduraa fi muduraa dabaluu
Dhukkuba sukkaaraa, dhiibbaa dhiigaa, fi ulfaatina of irraa ittisuu
Hormaata jijjiiruuf qorichoota fudhachuu irraa of eeguu
Nyaata vitamin D fi zinc qabu nyaachuu

6. Wal’aansa BPH:
A. Qoricha (Medical Management):
■Alpha-blockers (e.g., Tamsulosin, Alfuzosin):
Prostaata fi kaachisa laaffisuudhaan fincaan akka salphatti ba’u taasisa.
■ 5-alpha reductase inhibitors (e.g., Finasteride, Dutasteride):
DHT hir’isuu fi prostaaticha xiqqeessuu.
■Combination therapy: Lamaanuu waliin fudhachuun bu’aa bayii.
■. Phosphodiesterase-5 inhibitors (e.g., Tadalafil):
BPH fi rakkoo walqunnamtii saalaa waliin wal'aaniuuf.
B. Tajaajila Hospitaalaa (Surgical / Procedural Treatment):
☆ TURP (Transurethral Resection of the Prostate) – Tooftaa ammayyaa fi baay’ee beekamaa.
☆ Laser therapy – Prostaaticha gubuu fi akka xiqqaatu gochuu.
☆ Prostatic urethral lift (PUL) – Marfama keessa keewwachuun prostaaticha gad cituu.
☆ Open prostatectomy – Yeroo prostaatichi guddaa ta’e, dhiiga baay’ee qabate.
7. Filannoo Fayyadamtootaa:
Namoonni mallattoon salphaa qabu qoricha qofa fayyadamuun fayyuu danda’u.
Namoota rakkoon ulfaataa irra ga’eef qorichaa fi yaaliin qorannoo-sirreeffamaa (urology) godhamuufin barbaachisaadha.

Walumaagalatti:
BPH dhukkuba jireenya dargaggoo irra darbee umrii keessa jiranii fi warra ganna keessa jiran tuquu danda’u yoo ta’u, addaan baafachuun, to’annaa, fi yaaliin isaa yeroo ta’uuf baay’ee barbaachisaa dha. Yoo mallattoo armaan olii qabaattan, gara ogeessa fayyaa deemuun qorannoo PSA (prostate-specific antigen) fi ultrasound sirrii ta’e godhachuu dhaan furmaata sirrii argachuun ni danda’ama.!
Fayyaa ta'aa!!!

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdi Yusuf, Firomsa West, Dereje Tadese
23/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdi Yusuf, Firomsa West, Dereje Tadese

H. pylori Stool Antigen Test (ELISA / Rapid test strip)Materials NeededPatient stool sample containerSample extraction b...
30/09/2025

H. pylori Stool Antigen Test (ELISA / Rapid test strip)

Materials Needed

Patient stool sample container

Sample extraction buffer (small tube with liquid)

Dropper/pipette

Rapid test cassette (looks like a pregnancy test strip)

Gloves, lab bench, timer

Procedure (Rapid Test)

1. Collect stool sample in a sterile container.

2. Add small portion of stool into the extraction buffer tube.

3. Mix well → extract antigen.

4. Place 2–3 drops into the sample well of the rapid test cassette.

5. Wait 10–15 minutes.

Result Interpretation

Positive: Two visible lines → Control (C) line + Test (T) line → H. pylori antigen detected.

Negative: Only one line at Control (C) → No H. pylori antigen.

10/09/2025
VDRL (Venereal Disease Research Laboratory) Test1. Objective:The VDRL test was performed to detect non-treponemal antibo...
10/09/2025

VDRL (Venereal Disease Research Laboratory) Test
1. Objective:
The VDRL test was performed to detect non-treponemal antibodies (reagin antibodies) that indicated the presence of Treponema pallidum, the bacterium responsible for syphilis.
2. Principle:
The test relied on detecting the presence of reagin antibodies, which react with cardiolipin, lecithin, and cholesterol antigens. When a serum sample containing these antibodies was mixed with the antigen, visible flocculation occurred, indicating a positive result.
3. Materials:
• Serum sample (heat-inactivated)
• VDRL antigen (cardiolipin, lecithin, and cholesterol)
• Test slide
• Mechanical rotator
• Micropipette
• Microscope
4. Procedure (Microscopic):
• 50 µL of the serum sample was placed onto the test slide.
• One drop of VDRL antigen was added to the sample.
• The slide was rotated on a mechanical rotator for 4 minutes.
• After the rotation, the slide was observed under a microscope (10x objective) to check for the presence of flocculation.
5. Result:
• Positive Result: Visible clumping or flocculation indicating the presence of reagin antibodies.
• Negative Result: No clumping, indicating no detectable antibodies.
6. Uses:
• It was commonly used as a screening test for syphilis.
• It helped monitor the effectiveness of treatment for syphilis.
• It was also used in blood donor screening to prevent transmission.
7. Consultation:
Positive results required confirmation using treponemal tests such as FTA-ABS or TPHA. A negative result did not completely rule out syphilis, and further testing might be necessary in specific cases.

Address

Deder

Telephone

+251923201337

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Buufata Fayyaa Bul/Mag/Dadar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share