Kula Doki Goshor

Kula Doki Goshor Ofi beekuun formula hin qabuu

09/06/2026

-WOYYOOMA💪
Gujiin abbaa sirnaati
Kan hardhaa sirna shaakalchiisanu moti.
aadaa jeebantittii qaba.
badee ittii badee kalee.

 ... 🤔1. Doofa hubannootu dhiba.2. Goota gabroomutu dhiba.3. Gadhee garaatu dhiba.4. Of jajjuu walqixxummaatu dhiba.5. H...
08/06/2026

... 🤔
1. Doofa hubannootu dhiba.
2. Goota gabroomutu dhiba.
3. Gadhee garaatu dhiba.
4. Of jajjuu walqixxummaatu dhiba.
5. Hattuu amalatu dhiba.
6. Waa hinyaadnee yaadatu dhiba.
7. Hiyyeessa horiitu dhiba.
8. Dureessa quufatu dhiba.
9. Dhibamaa fayyaatu dhiba.
10. Sobduu arrabatu dhiba.
11. Odeessituu afaantu dhiba.
12. Sodaattuu onneetu dhiba.
13. Gowwaa malatu dhiba.
14. Gorsaa dhageeffataatu dhiba.
15. Jallataa gorsatu dhiba.
16. Gaafatamaa deebitu dhiba.
17. Nama mana hin qabne gannatu dhiba.
18. Niitii yartuu bultiitu dhiba.
19. Dhiirsa yaraa bulfatatu dhiba.
20. Barataa dadhabaa barnootatu dhiba.
21. Xawalwaallee ijjannootu dhiba.
22. Ariifataa yerootu dhiba.
23. Liqeeffataa bariitu dhiba.
24. Nama daare dhihatu dhiba.
25. Nama jaare humnatu dhiba.
26. Hifataa waan hundatu dhiba.
27. Waakkataa kakuutu dhiba.
28. Lafoo fardatu dhiba.
29. Qeerrichaa fi qeerrittii kophummaatu dhiba.
30. Nama dharaa dhugaatu dhiba.
31. Abaaramaa eebbatu dhiba.
32. Fakkaattuu ta'uutu dhiba.
33. Karoorsaa raawwiitu dhiba.
34. Akeekaa bira ga'uutu dhiba.
35. Adeemaa karaatu dhiba.
36. Makkala dubbiitu dhiba.
37. Of sodaattuu afaan isaatuu dubbachuutu dhiba.
38. Biyya ormaa dhaquun nama hin dhibuu galuutu nama dhiba.
39. Namoota hedduu dubbisa dheeraa dubbisuutu dhiba.
40. Of hinbeeknee eenyummaatu dhiba!
....

congratulations to you. Dear hon,huka Anna.working hard is not only success but sometimes it shows the meaning of humani...
07/04/2026

congratulations to you. Dear hon,huka Anna.
working hard is not only success but sometimes it shows the meaning of humanity.
the only basis for success is to work hard.
alongside leadership, exemplary educational strengths.

23/03/2026

Mo'achuu malee mo'atamuu hin beennuu
Manchester CT 💪💪💪

Ameerikaa fi Israa'el (🇺🇸🇮🇱)Waaqayyootti aansitee jara kana lamaan sodaachuu qabda. Waanta jedhan gochuuf humna ga’aa qa...
01/03/2026

Ameerikaa fi Israa'el (🇺🇸🇮🇱)
Waaqayyootti aansitee jara kana lamaan sodaachuu qabda. Waanta jedhan gochuuf humna ga’aa qabu. Akkuma jedhanis immoo godhanii si agarsiisu🙌

Ameerikaa fi Israa'el (🇺🇸🇮🇱)
â—‰ Dubbiin isaanii akka laayyootti hin ilaalamu.
â—‰ Humni isaanii bishaan muka yaabsisa.
◉ Warra mormu immoo luka dhaabsisa. 🥺

Innan jedhe nus osoo carraa kanatti fayyadmanee namticha warra ertiraa daaraa botoroo yoo goone hoo akkam jettu🙄

25/02/2026

ITOOPHIYAA KEESSATTI RAKKOO SIYAAS-DINAGDEE KAN FIDAA JIRUU ISRAA'EELOOTAA GARA DHIHAATI FI ISLAAMOTAAGARA BAHAATI

Address

Dila

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kula Doki Goshor posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share