07/12/2025
☄️✨ ✨☄️
28/3/2018
Nagaaf Araarri Waaqayyoo bakka isin jirtanitti isiniif haa baay'atuu Maatii hundumaaf. Guyyaa har'aa Waaqayyoo nu gargaare yeroo Waaqeffannaa fi Barsiisa sagalee waaqayyoo haala bareedan ta'een qabaannee jirra.
📖 Dubbii_sagalee_Waaqayyoo_guyyaa_har'aa 🎤
" "Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti! "
(Yohannis 3: 16)
✍️ jaalalli Waaqayyoo
1, kan Bara baraati Erm. 31:3
2, Tokkicha ilma isaa kennun mul’ate1yoh.4:9-10
3,sababaa jiraatoo ta'uu keenyadha Efe. 2:5
4,Enyuu iyyuu maal iyyuu irra adda nu basuu hin danda'uu Rom 8:35-39
5,Qulqulloota wajjiinin ta'uudhan kan barruudha Efe.3:14
6,Dhimma irratti kadhatamuu qabuudha
Efe.3:18
7,jaalala Agappee dha.
yoh 3:16
🎉 Yeroo Eebbifamaa inni nuf kenne Maqaan Waaqayyoo ha Galatoomu🙌
💫Odeeffannoo keenya guyyaa guyyaan argachuuf link armaan gadiin nu hordofaa!
✔️ https://t.me/focusdilla
✔️ https://www.facebook.com/profile.php?id=100083027845945
✔️ https://youtube.com/channel/UCXrV40U62ylXjk4rD2pzVFw
✔️ https://t.me/FOCUS_HARMEE
✔️
http://tiktok.com/
🙏♥️°°° FOCUS DILLA MEDIA °°°♥️🙏
🫶🤌