08/02/2025
Maqaan koo Efreem Girmaa jedhama. Hamma gooftaan gara mana koo bara baraatti na waamutti gooftaa Yesus Kiristoos gooftaafi fayyisaa biyya lafaa isa DHUGAA akka ta’e ifa gochuun barbaada. Nama ta’uu kootiin dadhabina qabaadhus, Yesus Kiristoos ilma Waaqayyoo akka ta’e, sababii cubbuu kootiif fannoo irra akka oole, cubbuu kootiifis akka du’e, guyyaa sadaffaattis du’aa akka ka’e nan amana. Inni hunda keenya ni jaallata( hamma nuu maluu ol),cubbuu keenyas nuuf dhiisa. Sagaleen isaas,”namni anatti amanu marti jireenya bara baraa qaba” jedha.
Kuni dorgommee jabaa ani Facebook kanarratti argedha. Yoo Afuurri Qulqulluu si kakaaseefi Yesusittis hin saalfanne, barruu kana koppii godhii maqaa kee bakka buusuun akka maxxansitu sin jajjabeessa.
Eebbifamteetta jabaadhu!!
Dhugaa baatuu kirstoosin ta'i jiraadhu!!
ስሜ ኤፍሬም ግርማ እባላለሁ። ጌታ ኢየሱስ ክርስቶስ ወደ ዘላለማዊ ቤቴ እስኪጠራኝ ድረስ ጌታ ኢየሱስ ክርስቶስ እውነተኛው የአለም ጌታ እና አዳኝ መሆኑን ግልጽ ማድረግ እፈልጋለሁ። ሰብዓዊ ድክመቶቼ ቢኖሩም፣ ኢየሱስ ክርስቶስ የእግዚአብሔር ልጅ እንደሆነ፣ ስለ ኃጢአቴ እንደተሰቀለ፣ ለኃጢአቴ እንደሞተ እና በሦስተኛው ቀን ከሙታን እንደተነሳ አምናለሁ። እርሱ ሁላችንንም ይወደናል(ከሚገባን በላይ)እና ኃጢአታችንን ይቅር ይላል። ቃሉ "በእኔ የሚያምን የዘላለም ሕይወት አለው" ይላል።
ይህ በፌስ ቡክ ካየሁት ጠንካራ ውድድር ነው። በመንፈስ ቅዱስ ተገፋፍተህ በኢየሱስ የማታፍር ከሆነ ይህን ጽሁፍ በስምህ ገልብጠህ ለጥፍ።
ተባረክ በርታ!!
የክርስቶስ ምስክር ሁን እና ኑሩ!!
My name is Ephrem Girma. I want to make it clear that the Lord Jesus Christ is the TRUE Lord and Savior of the world until the Lord calls me to my eternal home. Despite my human weaknesses, I believe that Jesus Christ is the Son of God, that He was crucified for my sins, that He died for my sins, and that He rose from the dead on the third day. He loves us all( more than we deserve),and forgives our sins. His Word says,”whoever believes in me has eternal life”.
This is the strongest competition I have seen on Facebook. If you are prompted by the Holy Spirit and are not ashamed of Jesus, I encourage you to copy and paste this article in your name.
You are blessed and be strong!!
Be a witness of Christ and live!!