Toltu Multimedia Production

Toltu Multimedia Production Akkuma Gara Toltu Multimedia Production dhuftaniin Follow Share godhaa ๐—š๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐—ผ๐—ผ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ

You tube Channel
๐Ÿ‘‰https://youtu.be/GevgDdbnAks?si=d_DBmZFOclACfyh4
(1)

28/07/2026

Alhamdulillaah Rabbil Aalamiin
ู…ุทุฑู†ุง ุจูุถู„ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑุญู…ุชู‡ ๐ŸŒง๐Ÿคฒ

Roobni Samii dhabamuun midhaan dachii irra gubachuun bayyachuu dilii fi goggogina qalbii Ilma namaa irra ta'uun gaafii h...
25/07/2026

Roobni Samii dhabamuun midhaan dachii irra gubachuun bayyachuu dilii fi goggogina qalbii Ilma namaa irra ta'uun gaafii hin qabu. Arruma xiqqo roobe malee Harargee bakkoota adda addaatti Roobni dhabamuun ummanni miidhamaa jira. Biqiltoonni rooba dhabanii soolla'aa jiru,beeladoonni bishaan dhabanii rakkachaa jiru. Sababa roobni dhabameen gogiinsa uumameen ummanni rakkachaa jira. Kanaaf salaata rooba barbaadannaa (Istisqaa'ii) taasisaa jiru.๐Ÿ˜ข

Rabbiin Akkuma Rahmatummaa isaatiin Rahmata Nuuf haa godhu ๐Ÿ˜ญ๐Ÿคฒ๐ŸŒง๐ŸŒง๐Ÿคฒ๐Ÿ˜ญ

Dubbiin jabaattee BakkDubbiin jabaattee Bakka Taa'an bira kuttee bakka jirtanii Du'aa'ii godhaa please ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐ŸŒง๐ŸŒง๐ŸŒงYaarabbi...
24/07/2026

Dubbiin jabaattee BakkDubbiin jabaattee Bakka Taa'an bira kuttee bakka jirtanii Du'aa'ii godhaa please ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐ŸŒง๐ŸŒง๐ŸŒง
Yaarabbi Nuuf Roobi Yaa Allaah

Dargaggeessi umrii kurnanii keessa jiru   fedhii haadha isaa kabajee gadda guddaadhaan qormaata Kutaa 8ffaa kana darbee ...
22/07/2026

Dargaggeessi umrii kurnanii keessa jiru fedhii haadha isaa kabajee gadda guddaadhaan qormaata Kutaa 8ffaa kana darbee bu'aa gaarii galmeessisuun gara kutaa 9tti ce'e.

Khaalid qormaata naannoo osoo fudhachaa jiruu haati isaa akka malee dhukkubsattee "sababaa kamiinuu gonkumaa barachuu hin dhiisin" jettee waadaa akka galu isa goote.
Arra innis waadaa harmee isaa guutee Qormaata sanis Darbee Kutaa 9ffatti Ce'ee jira Congratulations Ja'aan mee barataa Kaalid Qaasimiin

Dinsar Nuuru baga Firii hojii teetii garte Maashaa Allaah Jabaadhu Hbb
22/07/2026

Dinsar Nuuru baga Firii hojii teetii garte
Maashaa Allaah Jabaadhu Hbb

22/07/2026

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Toltu Multimedia Production posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share