IQRA Multi-media-2

IQRA Multi-media-2 Guddina Aartii bifa draamaa, filmii akkasuma nashiidaalee adda addaa oduu k.k.f cufa hammatee hojjatu.

27/03/2023

یااللہ!!پوسٹ پڑھنے والے کو اتناحلال وسیع رزق عطافرما کہ وہ تیرے سوا کسی کا محتاج نہ رہے.
آمین🤲🏻

03/11/2022

Jechoota Hayyoota Oromoo
_______________

1.Ummanni Oromoo Barachuu Qabu, ummanni Barate immoo mirga isaa Falmateeti Gonfata( J/Taaddasaa Birruu )

2.Ofumaa Dhamaatu Malee Ani Rasaasni Na hin Nyaatu (Agarii Tulluu )

3.Gabrummaa Irra Duuti Bilisummaadha (Elemoo Qilxuh)

4. Gabrummaa Hiddaan Buqqifnaa Dadhabnaa Ilmaan Ittiin Guddifanna
(J/Waaqoo Guutuu )

5.Boolla/Goda Tokko Keessatti yaroo Lama Him Ciniinaman (Jaarraa Abbas Gadaa )

6.Duuti koo Du'a Gootaati ,Dhiigni kiyya Dhiiga Dhangala'ee miti ,Dhiiga Saba koo Bilisoomsuu Dha
(Hayila Maariyam Gammadaa )

7. Gabrummaa Irra Du'a Filadhe
Kanaaf Fincilee Daggalatti Hafe
(Artist Usmaayyoo Muussaa )

8.Kan Keessa Beekuuf Lolli Tapha
(Abishee Garbaa )

9.Jeedala Ta'ee Waggaa 100 jiraatuu irra Leenca Tahee Aadee Du'uu Naaf Wayya (Husseen Bunee )

10. Yoomiyyuu Toophiyummaa Caalaa Oromummaan Dursa(I am oromo Frost ) ( Jawar Mohammed)

11. Namni Seenaa Hin beekne akka Bishaan Gabatee irratti gama argetti Jallata ( Artist Eebbisaa Addunyaa )

12. Aggaamii Diinaa Dhiisuun Diina ofitti Gabbisuu Dha (Angaatuu Caalaa )

13. Bilisa Taheen Dhaladhe ,Bilisaan Jiraatuu Baadhuus Bilisummaa Kiyyaaf Qabsaawee Du'uu irraa Humni Tokkolleen Na Hin Dhoowwu
(ENG. Tasfaahun Camadaa)

14.Ummata Oromoo Kan Moo'u Jaalala Qofa (Pr. Lammaa Magarsa. )

15.Oromummaan Qabeenya Waliin Qabnuu Dha.( Abbaa Duulaa Gammadaa)

16.Rakkoo Gurguddaa Furan Maalee Furmaanni Gurguddaan hin Dhufu
(Dr. Abiyyi Ahmad)

*itti dabala!

Harki Kee Kan Sa'aa 24 Guutuu Waa Meeqa Barreessaa Oolu Secondi Sadi qofa Ergamaa Rabbii irratti Salawaata buusi hin qus...
07/10/2022

Harki Kee Kan Sa'aa 24 Guutuu Waa Meeqa Barreessaa Oolu Secondi Sadi qofa Ergamaa Rabbii irratti Salawaata buusi hin qusatinii

❣ Sallallaahu Aleeyhi wasallam ❣

29/09/2022
• Today's the best Photo 🌿      
29/09/2022

• Today's the best Photo 🌿








Allaahummassalli Wasallim Wabaarik Alaa Nabiyyinaa Mohammed
23/09/2022

Allaahummassalli Wasallim Wabaarik Alaa Nabiyyinaa Mohammed

  Barredinaa Barbadeef Muuslimaa Ta'uun  Salluu Alla Nabbii Muhammaad  ❤✍️
22/09/2022

Barredinaa Barbadeef
Muuslimaa Ta'uun
Salluu Alla Nabbii Muhammaad
❤✍️

Gufuu Tabba si'ii fi Rizqii kee Gidduu Jiru Rabbiin Gidduu keessanii haa buqqisu 🤲
19/09/2022

Gufuu Tabba si'ii fi Rizqii kee Gidduu Jiru Rabbiin Gidduu keessanii haa buqqisu 🤲

Namni daandii   (S__A__W) hordofuu Addunyaa fi Akhiraattis si haa milkeesu wly
19/09/2022

Namni daandii (S__A__W) hordofuu Addunyaa fi Akhiraattis si haa milkeesu wly

Harka Keessan Rabbitti Ol Qabaa Aamiin Na Jalaa Ja’aa !!!••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••Bismi...
19/09/2022

Harka Keessan Rabbitti Ol Qabaa Aamiin Na Jalaa Ja’aa !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Bismillaahi Arrahmaani Arrahiim
Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin
Wassalaatu Wasaalaamu Alaa Rasuulillaahi
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

Yaa Rabbii Keenya Dilii teenya hunda nuuf araarami
Yaa Rabbi dalagaa gaggaarii hunda nurraa qeebali
Yaa rabbi adunyatti jiruu gaarii Nu jiraachisi
Aakhiratti jannatul Firdoowsiin nu qananiisi

Yaa Rabbi waan nu jalaa bade Nuuf Mullisi
Yaa Rabbi waan nu jalaa fagaate hunda nuuf dhiheeysi

Yaa Rabbi Nama karaa Keetirratti du’u nu taasisi.
Yaa Rabbi Rizqii nutti ballisi
Kheeyriin dalaguu nuuf laaffisi

Yaa Rabbi shabaaba Keenya jaartii gaarii kenniif
Shamarran keenyaaf jaarsa gaarii kenni
Dhukkuba Keenya hunda nuuf fayyisi
Kan nurraa Aakhirame hundaaf Rahmata Nuuf godhi

Haadhaa abbaa keenyatti nuuf toli
Ibaadaa tee hunda Nuuf Laaffisi.

Yaa Rabbii keenya si kadhannee nuuf qeebali
Tun nurraa irratte atummaan itti nuuf guuti.

Aamiin Yaa Rabbal Aalamiin 🤲

16/09/2022

Oollee ooltanii ummata qashtii👌

Address

Dire Dawa
0000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when IQRA Multi-media-2 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to IQRA Multi-media-2:

Share