Fugug post

Fugug post Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fugug post, Media/News Company, Dire Dawa.

16/07/2022
24/01/2022
Free all political prisoners in oromiya
14/01/2022

Free all political prisoners in oromiya

21/12/2021

Jirra Jirrtu

15/07/2021

kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Naqqan Juntaa Arras Debie Durran Badde Turre.

wel come to back to
06/03/2021

wel come to back
to

    political
15/10/2020

political

30/08/2020



HIRIIRA HAADHOLII
Hiriira haadholii qofaan Awwadaayitti gaggeeffamaa jiru Mootummaan Abiyyi
dhukaasa itti banee namoota miidhera. Diinummaan Abiyyi Haadholiifillee
garaa laafuu dide. Bilisummaa dhiiga keenyan fidna qabsoon itti fufa!

30/08/2020

“BASAASA SAAXILUUn MOOTUMMAA # IJA_KABALUU DHA
waldiddaa Mootummaa abbaa hirree fi Ummata nagaa keessatti humni hamaan
Miidhaa dhaqqabsiisu # Basaasa .
Basaasni Mootummaa abbaa Hirree kan Heeraaf abboomamu osoo hin taane kan
Hirree Mootummaa isaa jabeessuuf Ummata hiraarsudha.
Qabsoo karaa nagaatiin Mootummaa abbaa Hirree of irraa kaasuuf taasifamu
keessatti, bakki ijoon irratti xiyyeefatamuu qabdu Basaasa saaxiluu ( disclosing
identities of secret
agents) dha.
Kana irratti xiyyeeffannoon hojjennaan Mootummaa Ija keessa kabalte jechaadha.
Basaastonni Mootummaa saxilamnaan
warraaquu hin danda'u. Waraanni tarkaanfii fudhachuudhaaf
Odeeffannoo Basaasni dhiyeessuun gabbifamee ajaja fudhadhu qaba.
Polisiin nama hidhuudhaaf basaastota irraa Odeeffannoo argachuu qaba.
Mootummaan imaammata kamiyyuu baasuuf baasaastuun
jalqaba data funaantee dhiyeessuu qabdi. Datan sun Caccabee, qo'atamee akka
tolutti Qaama imaammata baasuuf
dhiyaata.Basaasni saxilamnaan mootummaan Ija hin qabu.
Godinoota tokko Tokkotti Basaastota Maqaa fi Suura isaanii
Ummatatti Saaxiluun jalqabameera. Waan gaariidha. Kun jabaatee yoo Itti fufe
Basaastonni Nama basaasuu miti
nageenya isaaniifuu ofitti amanamummaa waan hin qabneef baqachuufi
dhokachuutti deebi'u.
YEROO BASAASA SAAXILAN OF EEGGANNOO GODHAMUU
QABAN.
1) namni sun dhugumaan Basaasaa ta'uusaa mirkaneessuu.
2) Ragaalee qabatamaa haga danda'ametti irratti dhiyeessuu.
3) Qabsoo ummataafi imaanaaf jecha jibba dhuunfaa keessaa Bahuu.
4) Aktivistiin gaafa Maqaa basaastota isinitti ergamu,
maxxansuun dura nama sadaffaa irraa mirkaneessuu (BACK Check tolchuu).
5) Basaastonni sagantaa kana counter gochuuf jecha Maqaa
sabboontotaa Akka basaastuutti maxxansuu fi aktivistiitti
erguu malu. Kana irraa jabaatanii of eeggachuu
BASAASTOTA SAAXILAMAN HOO MAAL GOONA?
1) Kilometiraan of irraa fageessuu.
2) Maqaa Isaaniin Sirba baasuu fi Walaloo barreessuun Miira qaanii keessa
galchuu
3) Waliin jireenya hawaasummaa keessaa ugguruu.
4) Itti gurguruuf irraa bituu Didu

ĹỖỖĎĮŇĞ
16/08/2020

ĹỖỖĎĮŇĞ

29/07/2020

Numma jirraa akka rabbittii

Maqalate jarrasumma erragate Haramayatii qaween namma fiitta yaa ummata oromoo malii akkanii
16/06/2020

Maqalate jarrasumma erragate
Haramayatii qaween namma fiitta yaa ummata oromoo malii akkanii

04/06/2020



Namoota Ciccimoo 50 keessaa tokko ta'uun Dhaabbanni Miidiyaa jedhuun Jawar Mohammed filatee jira.
Teenya Oluma.
( Jawar Mohammed selected among Top 50 Disruptors by The Africa Report.

‬t.me/finfinneeintegratedbroadcasting

Bagga gessan
19/04/2020

Bagga gessan

Address

Dire Dawa

Opening Hours

00:00 - 17:00

Telephone

+251915157966

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fugug post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fugug post:

Share