Dirirsa Dina

Dirirsa Dina Amma yoo hintaane yoomi? Ana yoo hintaane eenyu?

12/11/2025

Onneen shamara dubaa'i jirtuu baay'eedhuma qaalofte jedhan😁

12/11/2025

Sheexanni gaafa si qoruu barbaadde, shamara araadaan guutaamte si fuusifti🤫

14/08/2025

Beeksisa HaaraaBaayyina: 56. Waliif qoodaa.🙏Manni barumsaa oolmaa Daa'immanii fi sadarkaa 1ffaa "Meemorii" beeksisa bakk...
13/08/2025

Beeksisa Haaraa
Baayyina: 56. Waliif qoodaa.🙏
Manni barumsaa oolmaa Daa'immanii fi sadarkaa 1ffaa "Meemorii" beeksisa bakka duwwaa qaburratti hojjattoota gita garaa garaatin dorgomsiisee qacaruu barbaada. Kutaa magaalaa Gafarsaa Gujee keessatti argama.

Kuulleewwan😍😍Filadha mee.
13/08/2025

Kuulleewwan😍😍Filadha mee.

Hinbareedduu?
13/08/2025

Hinbareedduu?

13/08/2025

Alagaa gaafa qabeenyaa, fira gaafa jabeenyaa.

13/08/2025

Alaa mana tole, ka sareen mana kore.

12/08/2025

All accounts under 30k Followers Promote Your Page NOW📌‼

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dirirsa Dina posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dirirsa Dina:

Share