Oromia Global Media Corporation

Oromia Global Media Corporation News Outlet

 ’s QABALE DUBA  has won the first-ever Global Nursing Award in Dubai. She receives $250,000 in prize money, i.e., Ksh 2...
12/05/2022

’s QABALE DUBA has won the first-ever Global Nursing Award in Dubai. She receives $250,000 in prize money, i.e., Ksh 29 million Shillings. Qabale from Marsabit beat 24,000 other nurses from 184 countries. She is a nurse at Marsabit County Referral Hospital.

04/04/2022

OGMC: Ebla 3/2022
Gareen Finxaleeyyin Fannoo Jedhee Of Wamamuu Bataskaana Irratti Miidhaa Qaqqabsiise .
Ganama har’a Finfinnee Naannoo Aqaaqii Basaqaatitti gareen Faannoo amantaa Orthoodoksi da'oo godhachuun socho’u ergama Baldiraasirraa fudhateen bataskaana seenudhaan hordoftoota amantaa Protestaantii waaqeffannaarra turan dhagaa fi uleen reebicha fi qabeenyaa irratti miidhaa qaqqabsise jira. Akka odeessaa Finfinnee irraa arganeeti gidduu waldhabdee kanaatti qaalin lubbuu namaa irraa miidhamni cimaan qaamaa namootarra kan gahee tahu odeessi achii irraa nuu gahe ni mul'isa.

05/12/2021

Lama Hin Sobamnu.
°°°°°°°°°°°°°
Koloneel Abiyyi akkuma angoo gubbaa ba'een tooftaa mataa isaa tokko baafatee addunyaa hanga Afrikaatti, Afrikaa hanga biyya keessaatti diddiriirsee hojii irra oolchee ture.

Akkaatuma karoora isaatiin rakkoolee biyya keessaa hunda gurra irraa cufatee Aworoppaa hanga Eeshiyaatti, Chaayinaa hanga Afrikaatti naanna'uun propogaandaa dippiloomaasiitiin biyyoota hunda irraa xiyyeeffannoo argachuuf halkanii guyyaa fiigaa ture.

Gsma ollaa fi biyya keessaatiinis Eertiraa fi Itoophiyaa araarsuu hanga Paartilee Siyaasaa fi namoota siyaasaa gara biyyaatti affeeruu fi miidiyaalee duraan cufaman hunda saaquun akka waan addaa hojjatetti fakkeessuun qalbii addunyaa harkisee osoo oolee hin bulle nama addaati jedhamuun Badhaasa Noobilii Nageenyaa dhuunfate.

Inni garuu sana hunda raawwachaa kan tureef dhugumaan dirree dimokiraasii bal'isuun jijjiirama fiduuf osoo hin taane, qalbii fi gurra addunyaa hawwatee dirree hooggansaa abbaa irrummaa isaa babal'ifachuuf ture.

Garuu osoo oolee hin bulin shirri isaa irratti baramee paartileen siyaasaa kanneen akka ABO balaaleffachuu irraa hanga gara qabsoo bosonaatti deebuu ga'anii, hidhaa fi dararaan, cufaan miidiyaalee iddoo duraatti deebe.

Egaa har'as harka tokkoon kaaba biyyattii irratti abidda waraanaa raabsaa fi lubbuu lammiilee dachuu irraa haxaayaa, gama Oromiyaatiin Abbootii Amantaa fi Jaarsolii Biyyaa akka harka laatan jaarsummaa WBOtti ergachaa jira.

Afaaniin Jaarsummaa jechaa maqaa Oopereshiiniitiin araana sadarkaa sadarkaan jiru bobbaasee WBO adamsaa jira.

Kanaafuu, kan dura sobamne irraa barannee shira isaa kanaan sobamuu lakkisuun qabsoo eegalle caalaatti haa finiinsinuu jenna.

Imaltuu Haqaati.

31/05/2021
30/05/2021
07/05/2021

The ongoing war in Ethiopia’s Tigray state represents one of the greatest disappointments in Africa in recent memory.

05/05/2021

EEAS - European External Action Service - European Union External Action

04/05/2021

EU High Representative Josep Borrell says Ethiopian authorities would not agree to key parameters regarding the bloc's observation mission. The June elections come amid an ongoing crisis in the Tigray region.

03/05/2021

Jaalli keenya, Dr. Namarraa Wayyeessaa, har’a Sanbata-duraa, Caamsaa 1, 2021, MPLS, MN keessatti, addunyaa kanarraa boqote.. Jaalli keenya, sabboonaa soda-maleessa ta’uun beekamu kun, bara dargaggu...

03/05/2021

Europe External Programme with Africa is a Belgium-based Centre of Expertise with in-depth knowledge, publications, and networks, specialised in issues of peacebuilding, refugee protection, and res…

Tigray: TPLF says Eritreans are calling for a demilitarised border zone along the Ethiopian frontier
03/05/2021

Tigray: TPLF says Eritreans are calling for a demilitarised border zone along the Ethiopian frontier

Source: TPLF Admonishes “certain Eritreans” who kept silent until Tigray gets completely destroyed and “when the people of Tigray started...

03/05/2021

OGMC is hiring reporters for the following languages
1. Oromo
2. Amharic
3. Swahili

01/05/2021

News Anchor

29/04/2021

Self-Checker is a guide to make decisions on when to get testing.

  _Oduu_Ariifachiisaa Labsa Qeerroo Anaa Baddannoo irraa kenname ilmaan Oromoo Kutalee Oromiyaa hunda kessa jirtaniif wa...
29/04/2021

_Oduu_Ariifachiisaa

Labsa Qeerroo Anaa Baddannoo irraa kenname ilmaan Oromoo Kutalee Oromiyaa hunda kessa jirtaniif wamicha Oromummaa akka armaan Gaditi isiniif dhihesina.
Dhumatiin tenya iddo jiru hundati nurraa dhabbataa jiru kan biyya kessa jirruus kan biyya bahee jirus kanuma erga kana tahe gumaata biyya tenyaaf lubbu takkiti qabnu kanninee gara Jaal Marroo makamuu qabna. Inni biraa Hawaasni Baldhaan Oromoo kan biyya kessa jiru kan ala Jirus Karaan biraa waan hin Jirreef Akka Adda Bilisummaa Oromooti makamnu wamicha Harme
isiniif dhehesuu barbaane.
Soba mottummaan Abaa irree kan nuti dhiiga itti dhangalaafne Obboleesa meqa itti dhabne Angoti olbaafne nugane kana rawataa jira. Gameysa kenya Abba Qeerroo kan Nuun demaa ture iddo jiru nibeektu isinu kanaaf filanoo qophessan Hin jirtu namni ati silaa filatu hidhaa
waan jiruuf filannon tee qawwee dha!

29/04/2021

The reckless internationalization of a domestic political dispute in Ethiopia is causing a region-wide conflagration in the Horn of Africa.

 's investigators in   have been directed to overlook personal accounts of abuses and focus only on tangible evidence, a...
28/04/2021

's investigators in have been directed to overlook personal accounts of abuses and focus only on tangible evidence, a senior federal source told us.

EHRC presents a difficulty for Abiy. It has already embarrassed Issayas by confirming accounts of massacres by his troops in Aksum in November, but any compromise of its independence will damage Ethiopia's image, already deteriorating under widespread allegations of abuse in Tigray. The Ethiopian investigators in Tigray have been directed to overlook personal accounts of abuses and focus only on tangible evidence, a senior federal source told us.

Ultimately, Abiy cannot please everybody. This also goes for Ethiopia's internal turmoil, as tensions continue to build between the core elites of the Amhara and Oromia ruling party blocs. They recently traded accusations over brutal intercommunal violence in an Oromo enclave of Amhara region and, reportedly, against Amhara civilians in western Oromia. About 100 people were killed in another ethnic conflict on the border of Afar and Somali provinces.

Equally, Abiy will be unable to stop the fighting in Tigray ahead of the election (AC Vol 62 No 1, Abiy’s search for legitimacy). Doing so would allow the resurrection of the TPLF, and that could dent the popular image he is cultivating of 'wartime leader'. Abiy will not be willing to take that backwards step. Yet, the competing pressures are such that something has to give.

Issayas’s forces were the spearhead of Addis Ababa’s ousting of the Tigray government. They are there for the long haul

Address

Ganda Gaaraa
Dire Dawa

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251961152235

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Global Media Corporation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share