Gammee Page

Gammee Page Galanni Rabbiif haa ta'u...!

15/08/2026

Yeroo garii waa dubbachuu fedheetin, Africa kheysatti morma ofii eeggachuuf yeroo garii usuun gaarii akka tahe yaadadhee usa😊

🌿 Jumu’aa🌿Jumu’aan guyyaa rahmataa, araaraa fi kadhannaan itti qeebalamu keessaa isa guddaadha. Guyyaa kana qalbii keeny...
06/08/2026

🌿 Jumu’aa🌿

Jumu’aan guyyaa rahmataa, araaraa fi kadhannaan itti qeebalamu keessaa isa guddaadha. Guyyaa kana qalbii keenya haa qulqulleessinu, Qur’aana haa qaraanu, salawaata Nabiyyii ﷺ irratti haa baay’ifnu, waliifis du’aaii gaarii haa goonu.

Rabbiin diili Teenya nuu haa araaramu, rakkoo teenya nuu haa salphisu, qalbii Teenya nagayaan haa guutu. Jumu’aan keenya kan rahmataa, barakaa fi milkaa’inaa haa taahu .

Jumu’aa Mubaarak! 🤲🌹

✧Waa Sadii Ifa Waa Sadii immoo dukkana➪ Guyyaan ifa halkaan dukkana.➪ Barumsi ifa wallalli dukkana.➪ Bilisummaan ifa gab...
02/08/2026

✧Waa Sadii Ifa Waa Sadii immoo dukkana
➪ Guyyaan ifa halkaan dukkana.
➪ Barumsi ifa wallalli dukkana.
➪ Bilisummaan ifa gabrummaan dukkana.

✤ Waa Sadii Qabaadhu!
➪ Amantummaa
➪ Dhugaa
➪ Qulqullumaa

✤ Addunyaan Waa Sadii Qabdii!
➪ Dhalachuu
➪ Barachuu
➪ Du'uu

✤ Waa Sadii Dabaladhu!
➪ Beekumsa
➪ Eebba manguddoo
➪ Jaalala

✤ Yaa Lubbuu Waa Sadiif Ta'ii!
➪ Dandeenyaan biyyaaf ta'ii
➪ Dadhabnaan lammiif ta'ii
➪ Dadhabnaan ofiif ta'ii

✤ Waa Sadii Hin Dagatiin!
➪ Kaayyoo kee
➪ Afaan kee
➪ Aadaa kee

✤ Waa Sadii Jaaladhu!
➪ Eebba
➪ Jaalala
➪ Gootummaa

✤ Ilmi Waa Sadii dha!
➪ Kan ofiif jiraatu
➪ Kan biyyaaf jiraatu
➪ Kan biyyaan jiraatudha.

✤ Jaarsummaan Waa Sadii!
➪ Obsuu
➪ Gorsuu
➪ Dhoksuudha.

✤ Waa Sadii Kabaji!
➪ Amantii kee
➪ Manguddoo
➪ Beellama.

✤ Waa Sadii Cimsi!
➪ Hiriyyummaa
➪ Jaalala
➪ Waadaa seente.

✤ Waa Sadii Hawwuun gaariidha!
➪ Fayyaa
➪ Gammachuu
➪ Hiriyaa gaarii

✤ Waa Sadii Namaa Xiqqeessa!
➪ Sobuu
➪ Hatuu
➪ Machaa'uu.

✤ Waa Sadii Itti fayyadamii!
➪ Yeroo
➪ Beekumsa
➪ Qarshii

Keessummaan Waa Sadii feeti!
➪ Foon lafee hin qabne ( Arraba gaarii)
➪ Itilee rifeensa hin qabne ( Fuula gaarii)
➪ Lafee foon hin qabne ( Ilkaan gaarii).

✤ Waa Sadii Jala Deemi!
➪ Hayyuu
➪ Dhugaa
➪ Barsiisaa.
Lafa nagayaa bulaa.

Jum’aa 💫📿🤍💙😍
31/07/2026

Jum’aa 💫📿🤍💙😍

Alhamdulillaahi Rabbil aalamiin  !Raahaa tee fudhu 🦋🤍 enjoy 😊
31/07/2026

Alhamdulillaahi Rabbil aalamiin !
Raahaa tee fudhu 🦋🤍 enjoy 😊

Allhamdulilah 🩵🦋💍💎Kennaa gatii Qaaliidha...! ❤Jaalala dhugaa Haalli, Bubbeen Qilleensi jabaan Bakkaa hin Sochoosu. Gamma...
30/07/2026

Allhamdulilah 🩵🦋💍💎
Kennaa gatii Qaaliidha...! ❤
Jaalala dhugaa Haalli, Bubbeen Qilleensi jabaan Bakkaa hin Sochoosu. Gammachuun jaalala Dhugaa irraa Maddu Umuriin hin jijjiiramu; Yeroo Hundumaa Haara'aadha! Onne haqaa irraa waan Maddeef Midhagina malee Miidhama hin qabduu...!

Allhamdulilah 🩵🦋💍💎
29/07/2026

Allhamdulilah 🩵🦋💍💎

28/07/2026
July 26_2026 💍 Alhamdulillah.
26/07/2026

July 26_2026 💍 Alhamdulillah.

Address

Dire Dawa
300

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gammee Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share