Raaba Dori Bultum

Raaba Dori Bultum If you want Respect,🙏 Respect others!!!

29/09/2025
29/09/2025

Karoora kee waraqaarratti bareessi,hojirratti hiki, imala milkii itti fufi.

29/09/2025
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Temkin Abdulahi, Elemoo Qilxuu Abdullaa Alii, Shamsadin S...
27/09/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Temkin Abdulahi, Elemoo Qilxuu Abdullaa Alii, Shamsadin Sule, ابو إياد, Draman Edao, جاسم معروف, Sayeed Abdullatiff Aman, Siti Saja, عبد الحسين حسن, Redouane Kbibch, Tofik Abdela, Alii Ibraahim, ابوشاكر موفق, Ahmad Nuure, Jeflin Andika, ابوعبدو الحموي, سجاد النصيري, ام حيدر الغالي, حضرامي جه, خضر العراقي, Ahimad Furaa, Aliyyii Yusuf, Chala Mohammed, Ait Sawen Depanage, Sadam Nasha Sirnaa
Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessa Addaa Hiwoot Faanaa Tajaajila Tola ooltummaa Gannaatin Mana Amala Sirreessaa Magaalaa Maayaatti argamun Tajaajila fayyaa fi wal'aansa bilisaa kennu Eegale.

Tajaajila tola ooltummaa kanarratti ogeessotni fayyaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessa Addaa Hiwoot Faanaa 40 ol ta'an Mana Amala sirreessaa magaalaa Maayaatti argamun sirreefamtoota seeraa rakkoo fayyaa gara garaaf saaxilamanif tajaajila fayyaa fi wal'aansa bilisaa kennu jalqabe jira.

Sirreefamtoonni seeraa carraa tajaajila tola ooltummaa ganna Hospitaalicha mijeesse kanaan sirritti fayyadamaa ta'a jiran.

Gabaasa: Bahaayiluu Mokonin
Suuraa: Bahaayiluu Girmaa
Hagayya 7/12/2017
kutaa sab-qunnamti Yuunivarsiitii Haramaayaa koollejjii saayinsii fayyaa fi wal'aansa.

Address

Dire Dawa
HARARGE

Telephone

+251960813000

Website

http://Www.tiktok.com/

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Raaba Dori Bultum posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Raaba Dori Bultum:

Share