Jibriil Ahmed official

Jibriil Ahmed official Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jibriil Ahmed official, Digital creator, Jibriilammad@gmail. com, Dire Dawa.
(8)

▶️“Success is not for those who dream, but for those who strive to get there.”
▶️“Don’t let other people’s opinions define your worth. ” "
▶️“The mind is the most powerful weapon we
have. HORTEE LATIINSA OROMOO
______________________________
Booranii kaa Oromoti
Oromoon kaa xaboti
Xaboo kaa waaqoti
Waaqoo kaa dadhiti
Dadhiin kaa uteeti
Uteen kaa biteeti
Bitee kaa waalabuti
Waalabuu kaa j

ilichati
Jilichi kaa daawaroti
Dawaroo kaa hoofati
Hoofaan kaa sharati
Sharaan kaa haadiyati
Haadiyaan kaa Rabati
Rabaan kaa dooriti
Dooriin kaa mormor
Mormor kaa mamati
Mamaan kaa warari
Warar kaa waayuti
Wayuun kaa goodedi
Gooded kaa maridhati
Marin kaa galani
Galan kaa waaditi
Waadin kaa shunkur
Shunkur kaa lmaar
Imaar kaa batayi
Batay kaa lubaay
Lubaay kaa Malik
Malik kaa kuush
Kuush kaa haamii
Haamii kaa nuuhii
Nuuhii kaa Malik
Malik kaa matoshati
Matoshan kaa yahiti
Yahati kaa muhalalii
Muhalal kaa Akuni
Akun kaa Anushi
Anush kaa shish*ti
Horten dhalaa namaa akkati seennaa tatee dhalotaf dabartii?????
==

15/09/2025
15/09/2025
27/08/2025

I'm in the top 19% of Jibril Ahmed Liibee Lookoo fans. I earned 58 points on their weekly engagement list last week.

30/07/2025

Send a message to learn more

Maqaan naga tiiksuu ?~~~~~~~~~~~~Qe'ee nagaaf araaraaDachee safuu beektuSaba mara hammatuLafa jaalala arjoomtuDhufanii n...
05/07/2025

Maqaan naga tiiksuu ?
~~~~~~~~~~~~
Qe'ee nagaaf araaraa
Dachee safuu beektu
Saba mara hammatu
Lafa jaalala arjoomtu

Dhufanii naga dhoorkan
Warri nagaan barbaanne
Dhiiga gad-naqu malee
Jarri haraaraan baane

Qaroo boru biyya dhaalu
Ol-adeemaa abdii biyyaa
Yakka tokkoon maletti
Galaafatan ilma Aayyaa

Maatii dubbisuuf deeme malee
Innoo hin qabu balleeysaa
Maatii ofii ilaaluuf deemuun
Du'a lubbuu nama adabsiisaa ?

Qaama biyya bulchurraa
Hayyama ajjeesuu argatan
Moo mirga nama ajjeesuu
Mootummaan milishaaf laattan?

Qaamni mootummaa hidhate
Qawwee kan baadhatuufi
Diina ummatarraa tiiksuufii
Moo ummatatti dhukaasuufi

Qaamni nagaa eegna jedhu
Gaafa nageenya booreeysu
Ofii ummata naga dhoorgaa
Maali maqaan naga tiiksuu ? 😭😭
==========//////===========
✍️ Caayaa Abbaa Gadaa tiin
July 04/2025 G.C
Dirree Dhawaa Oromiyaa

05/07/2025

Maqaan naga tiiksuu ?
~~~~~~~~~~~~
Qe'ee nagaaf araaraa
Dachee safuu beektu
Saba mara hammatu
Lafa jaalala arjoomtu

Dhufanii naga dhoorkan
Warri nagaan barbaanne
Dhiiga gad-naqu malee
Jarri haraaraan baane

Qaroo boru biyya dhaalu
Ol-adeemaa abdii biyyaa
Yakka tokkoon maletti
Galaafatan ilma Aayyaa

Maatii dubbisuuf deeme malee
Innoo hin qabu balleeysaa
Maatii ofii ilaaluuf deemuun
Du'a lubbuu nama adabsiisaa ?

Qaama biyya bulchurraa
Hayyama ajjeesuu argatan
Moo mirga nama ajjeesuu
Mootummaan milishaaf laattan?

Qaamni mootummaa hidhate
Qawwee kan baadhatuufi
Diina ummatarraa tiiksuufii
Moo ummatatti dhukaasuufi

Qaamni nagaa eegna jedhu
Gaafa nageenya booreeysu
Ofii ummata naga dhoorgaa
Maali maqaan naga tiiksuu ? 😭😭
==========//////===========
✍️ Caayaa Abbaa Gadaa tiin
July 04/2025 G.C
Dirree Dhawaa Oromiyaa

17/06/2025

(Warri Isiraa'eel Iraan nuklarii akka hintolchinef maaliif balaaleeffatuu?)

Maalummaa boombii nuklaraa qabxiilee tokko tokko:

BUBBEE IBIDDAA sibiila baqsu, mukeetii lafa fagoo irra jiran gubee dhabamsiisuufi qaama dhala namaas seekondii tokkotti awwaara godhu argitee beektaa?

Bombiin nukilarii akkas. Bombiin nuklarii meeshaa waraanaa miti. Meeshaa dhalli namaa ittiin walballeessuudha.

Wayita boombiin nuklarii darbatamee dhohu wantoota sadiitu taha.

Bombichi,

1. O'a hamaa uuma. O'i boombiin nuklarii uumu, handhuura bakka itti darbatame irratti digrii seelshiyaasii miiliiyoonii tokkoo oli taha jedhu qorattoonni. Qabata o'a boombiin kun uumuun waanti utuu hingubatiin lafatti hafu hinjiru. Waanti naannoo sana jiru baquu kophaa utuu hintahin awwaara tahee bittiinnaa'a. ..

2. Bakka nuklariin dhohetti dambalii ibiddaa hamaatu uumama. Humni dambalichaa waan dhalli namaa tolche guutuummaa diiga. .

3. Bombiin nuklarii summii ijaan hinmul'anne qilleensa keessa deemu "radiation" tufa. Summiin qilleensa keessa deemu kun miidhaa nuklariin fidu isa hamaadha. Summichi kaansarii qabsiisa, rifeensi akka harcawu godha, orgaanii qaama keenyaa naaffisee dhaloota qancarsa.

Humni dambalii ibiddaa nuklarii makiinaa akka baalaatti addaan tattarsaasa.

Boombii xinnoon Piiyaasaatti darbatamte nama magaalaa Buraayyuu keessa jiraatu gogaa gubdee dhabamsiisuu dandeessi.
Boombiidhumti kun bakka ati dhaabattee jirtutti uffatakeetti ibidda qabsiifti. .

Yeroon ibiddi uffata namaatti qabatu namni akkam akka tahu argitee beektaa?

Balaqqeessa boombiin nuklarii uumuus ijaan ilaaluu hindandeessu, beeki
Battaluma dhohiinsa boombichaan ilaala jettetti qaroon ija kee jaama.

Kan biraa?

Bakka boombiin nuklarii itti darbatametti dhalli namaa deebi'ee jiraachuu hindandahu.
Sababni immoo laftichi kan summiin faalame tahuu isaati.

Akkuma humna boombichaatti, nuklariin tokko uummata lafa dhiphaa irra jiru yookiin hawaasa dachee bal'aa kiiloomeetiroota kuma irra jiru guutuummaatti dhabamsiisuu

18/05/2025

Address

Jibriilammad@gmail. Com
Dire Dawa

Website

https://jibriilahmed.wordpress.com/2023/01/14/oll

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jibriil Ahmed official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share