FAST MEDIA

FAST MEDIA former Banker, Businessman, Father, Husband and Human Right activist

04/03/2026

This video tell us the Ara countries condition🤣🤭

04/03/2026

IRAN VS ISRAEL

Afuufi
03/03/2026

Afuufi

03/03/2026
02/03/2026
Imala baqaa hamaa fi sodaachisaa
23/02/2026

Imala baqaa hamaa fi sodaachisaa

23/02/2026
🥰
03/02/2026

🥰

03/02/2026

â­•
Saayif al-Islaam Qazzaafiin ajje*efamuu
*********
Ilmi hogganaa Liibiyaa duraanii Muamamr Qazzaafii Se°yif Al-Islaam Qazzaafii ajj*eefamuun gabaafameera.

isaa maddi maatii Gadaafiitti dhihoo ta’e Kibxata kaleessaa Al Arabiyaaf mirkaneesse.
Oduu kana maatii irraa qulqulleeffadhe jechuun chaanaaliin televijiinii Sa’uudii "Al-Hadath" gabaaseera

Haaluma walfakkaatuun ajj*eefamuu ilma hoogganaa duraanii kana madda maatii Qazzaafiitti dhihoo ta’e irraa Kibxata kana morakneeffadheera jechuun Al Arabiyaanis gabaaseera.

Al Jazeeraan akka gabaasetti "duuti isaa haala dhoksaa ta'een." raawwatamu hime.

Ajjeechaa Se* yif Al-Islaam namoota afuriin kan raawwatameedha kan jedhe Al Arabiyaan,, namoonni kunneen maasii isaa keessatti rasa*asa dhuka*asanii erga isa ajj* eesanii booda dafanii baqachuu isaanii maddi koo maatiitti dhihoo ta'e natti himeera jedhe.

Yeroo himatamee mana murtiitti deebi'utti "abukaatoon koo Rabbii kooti, inni haqa koo beeka" jechuun abbaa murteetti dubbachuusaan kan beekamu Saif al*- Islaam, ilma lammaffaa hoogganaan Liibiyaa du'an Muammar haadha warraa isaanii lammaffaa Saafiyaa Farkaash irraa argataniidha.

Address

Dire Dawa

Telephone

+251928231365

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FAST MEDIA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to FAST MEDIA:

Share