Ethiopia 111

Directions

Ethiopia 111 🫵Gaari tahuun ofumaafi👌

17/09/2026

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

09/09/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abe Tesifa Alewu Kegeta, Shamsadin Abdallah, Siciid Faarax Abwaanka, Bahi Zeki, Fuad Kadir, Jihad Adnan, Abi Kotun, Sãmî Ørô Mân, Ahmed Mahamud, Ahimad Abdallaa Musa, Yimam Ali, Jamaal Jaarraa, Nimona Kana'ol, Abrahim Aliyyi, Faxriyo Cadiir Macalin, Tesfuye Mesfin, Hamdiya Hajii Yusuf, Bilan Carab, Ibsa Adem Abdullee, Wako Bidu Guyo, Imade Awwol, Isak Newtan, Mulatu JIrga, Mohmmed Hasen, Gadisa Gonfa, Ahamadin Hasan, Amzaa Aliyyii, Saalax Dheere, Ŕaýan Dhèman, Dhekama Ware, Cabdulaahi Aar, Buzaye Buta, Murtala Muhammed, Keso Tadasa, Tolera Desta, Galma Guyo, Ahimaddin Jihad, Getachew Kebede, Aman Kasim Arsichaa, Abdulaziiz Mohammed, Mahammadamin Shehasan, ግርማ በላይ አደም, ባሮ ደስታ, Sandria Allen, Sulxaan Kadiroo Bultum, Hoommaa Takklaa, Ibrahim Hasan, Mokonin Dheresaa, Mala Karki, Abu Kadir Ahmi

Waa'ee ofii keetii dubbachuuf hin ariifatin.  Haasaan waa’ee keetii yeroo ati deemtu irraa eegala.
07/09/2026

Waa'ee ofii keetii dubbachuuf hin ariifatin. Haasaan waa’ee keetii yeroo ati deemtu irraa eegala.

New year, new ideas loading 🙂‍↕️✨
07/09/2026

New year, new ideas loading 🙂‍↕️✨

Gadda onnee nama cabsuu😢Guyyaa arraa Artistiin ilfineesh qannoo Du’aan addunyaa kanarraa boqatanii jiru.Gaaddisa teenya,...
06/09/2026

Gadda onnee nama cabsuu😢
Guyyaa arraa Artistiin ilfineesh qannoo Du’aan addunyaa kanarraa boqatanii jiru.

Gaaddisa teenya, walitti qabduu hundaa, gara laafeettii, arjaan Oromoo guddoon har'a boqatte!
Quuqamtuu sabaa, qabsooftuun dhugaa har'a akka hin deebineetti godaante!

Ilfeen erga gara biyyaa ishee lammaaffaa Nooruwee irra gara biyya abbaa ishee jaalattuutti boqqonnaafi cabbii baqachuuf deebitee(dhuftee) gara ji’a 11 ta’a.

Eegaa dhuftee,kaasee yeroo adda addaatti dhukkubsattee hospitaala galtee itti fooyya’ee gara mana galaa turte. Isa ammaa kanaan garuu ji’a tokkoofi torbee lama ta’uuf Finfinnee Hospitala Kooriyaatti yaalamaa osoo jirtu dhibeen itti hammaatee irra hafuu dadhabdee har’a ganama kana boqattee jirti.

Maatiif firoottan isitiifi ummataa Oromoo marti nuhaa jajabeessu Seenaa ummata keetiif hojjatteera Nagahaan Boqadhu Ilfee koo💔

04/09/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Jemal Jebril Leta, Abe Tesifa Alewu Kegeta, Shamsadin Abdallah, Siciid Faarax Abwaanka, Bahi Zeki, Fuad Kadir, Jihad Adnan, Abi Kotun, Sãmî Ørô Mân, Ahmed Mahamud, Kebede Tezera, Ahimad Abdallaa Musa, Yimam Ali, Jamaal Jaarraa, Nimona Kana'ol, Abrahim Aliyyi, Faxriyo Cadiir Macalin, Tesfuye Mesfin, Hamdiya Hajii Yusuf, Bilan Carab, Ibsa Adem Abdullee, Wako Bidu Guyo, Imade Awwol, Isak Newtan, Mulatu JIrga, Mohmmed Hasen, Gadisa Gonfa, Ahamadin Hasan, Amzaa Aliyyii, Yoni Motor, Saalax Dheere, Ŕaýan Dhèman, Dhekama Ware, Cabdulaahi Aar, Buzaye Buta, Murtala Muhammed, Keso Tadasa, Tolera Desta, Galma Guyo, Ahimaddin Jihad, Getachew Kebede, Aman Kasim Arsichaa, Abdulaziiz Mohammed, Mahammadamin Shehasan, ግርማ በላይ አደም, ባሮ ደስታ, Sandria Allen, Sulxaan Kadiroo Bultum, Hoommaa Takklaa, Ibrahim Hasan

  world of the year
03/09/2026

world of the year

02/09/2026

Jannata keessatti ollaa
ﷺ
Rabbi Nuhaa taasisu! 🤲

Address

123errtre
Dire Dawa
WRRTT

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ethiopia 111 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share