Oromo Films - Fiilmiiwwan Afaan Oromoo

Oromo Films - Fiilmiiwwan Afaan Oromoo You got all Afaan oromo Films.

HAWWIIWriter: Esayas Hordofa Mijena Screenplay: Kaachuu YW Director: Biyyaa UlfinaaProduction Manager: Lalisa D Olika Ki...
29/06/2025

HAWWII

Writer: Esayas Hordofa Mijena
Screenplay: Kaachuu YW
Director: Biyyaa Ulfinaa
Production Manager: Lalisa D Olika

Kitaaba Asoosama Afaan Oromoo warroota duraa keessaa, hanga har'aa laphee namoota hedduu keessa kan jiraate tokko Asoosama Hawwiidha. Seenaa Ogbarruu Oromoo keessattis kitaaba gara fiilmiitti deebi'e keessaa kan dursu natti fakkaata. Yoon dogoggore na qajeelchaa.
Barreessaadi Gaazexessaan hangafti Obbo Isaayyaas kitaabasaanii hedduu keessaa HAWWIIN rirriittaafi sukkuummaa guddaadhaan akka barreeffamte addeessu. Ammoo kitaabicha kan adda taasisu, seenaa dhugaa irratti kan barreeffame ta'uu isaati.
Yeroo tokko bilbilaan quunnamee waan gaaffii natti ta'e gaafannaan, seenichi maal akka tureefi, xiinsammuu hawwaasichaaf eeggannaa gochuuf jecha taatee dhumarratti kitaabni sun ittiin dhume haala amma jiru kanaan goolabuusaanii naaf ibsan. Isaan dhugumatti barreessaa jabaadha. Dhugaa lafa jiruuf, xiinsammuu hawwaasa isaanii wal madaalchisuu kan danda'a waan ta'aniif, anaaf fakkeenya ta'aniiru. Galgala kana turtii gabaabaa Gaazexessaa Tamirat Adamu Emana waliin Mako Bili Show irratti taasisaniiru. Galgala kana karaa foddaa OBN TV isin bira ga'a. Liinkii koomentii jala jiruun YouTube MakoBili Show irraa daawwachuus ni dandeessu.

HAWWIIN Fiilmii ajaa'ibaa ta'ee, torbee har'aa eebbifama. Hojii qulqullina qabu kana, waggaa tokko guutuu "production" isaa irra turaniiru. Karaa nam-jabaa manaajera pirodaakshinichaa kan ta'e, Lalisaa'tiin, anis hanga tokko quba nan qaba. Haalli itti "screenplay" isaa Kaachuun barreesse gaariifi, waan hedduus kan nama barsiisuuf fooyya'aa ta'edha. Qaqqabadhee barruu isaa dhamdhameera. Viidiyootiin ammoo ilaaluuf sardameera.

📆 Waxabajjii 29/2017 ALI tti
🚩 Galma Tiyaatira Biyyaleessaa
Hoofkalaa

Liinkii kanaan seenaa subscribe godhaa. Agarsiisa bakkeewwan garagaraa booda Fiilmii Hawwii achirratti argattu. 🖇️https://youtube.com/

  Filmii Afaan oromoo Haaraa Production Harmee photography A film By Ifaa Balaay Tamasgeen  Cinematography Firaa'ol Tama...
24/12/2023


Filmii Afaan oromoo Haaraa
Production Harmee photography
A film By Ifaa Balaay Tamasgeen
Cinematography Firaa'ol Tamana FIRAA FILMS
Colorist Beki sami

Coming soon ................

join us on TG
24/12/2023

join us on TG

coming soon
06/12/2023

coming soon

THELEGENDSHACHALUHUNDESA
29/06/2022

THE
LEGENDS
HACHALU
HUNDESA

13/06/2022
Caamsaa 14Galma gidduu galaa oromoottii
20/05/2022

Caamsaa 14
Galma gidduu galaa oromoottii

Address

Stadium
Dire Dawa
3000

Telephone

+251703335940

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Films - Fiilmiiwwan Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromo Films - Fiilmiiwwan Afaan Oromoo:

Share