One Kee Media

One Kee Media Oduufi Odeeffannoo!

12/04/2026

Iraan Jeettii waraanaa US F-15 samii Iraan irratti barbbadeessanii jiraachuu himan.Source: Fox News
03/04/2026

Iraan Jeettii waraanaa US F-15 samii Iraan irratti barbbadeessanii jiraachuu himan.

Source: Fox News

01/04/2026



Iran International ايران اينترنشنال

  Biyyoonni Arabaa kanneen michuu Ameerikaa tahan hundi kasaaraa lola Iraaniin qabeenya Amerikaa irra gahe hunda kafaluu...
30/03/2026



Biyyoonni Arabaa kanneen michuu Ameerikaa tahan hundi kasaaraa lola Iraaniin qabeenya Amerikaa irra gahe hunda kafaluu qaban jechuun Donald Trump arra Whitehouse keessatti dubbate.

  Haleellaa Misaa'elaa kuusaa bobo'aa magaalaa qarqara galaanaa Israel Haifa irratti Iiraan raawwatteen miidhaan guddaan...
30/03/2026



Haleellaa Misaa'elaa kuusaa bobo'aa magaalaa qarqara galaanaa Israel Haifa irratti Iiraan raawwatteen miidhaan guddaan dhaqqabe.

30/03/2026


Iraan warshaa keemikaalaa guddicha Israel qabdu barbadeeysuu beeysifte.

Warshaan guddichi keemikaalaa Israa’el fi buufataaleen boba'aa Israa’el Misaa'ela Iraaniin barbadaa'an.
30/03/2026

Warshaan guddichi keemikaalaa Israa’el fi buufataaleen boba'aa Israa’el Misaa'ela Iraaniin barbadaa'an.

 Iraan jiddu galli niwukilaraa isii Guddichi natanz jahamu haleelamuu beeysifte.Ejansiin Atoomiki ldil-addunyaa (AEA) ji...
21/03/2026



Iraan jiddu galli niwukilaraa isii Guddichi natanz jahamu haleelamuu beeysifte.

Ejansiin Atoomiki ldil-addunyaa (AEA) jiddu galli niwukilaraa Naataanz guddaan Iraan keessatti argamu haleelamuu ifoomse.

Haata'u malee balaan raadiyeeshini buufata keessaa bahe akka hin jirre ejansichi ibseera.

Ejansiin Anniisaa Atoomikii lraan, gama isaatiin, US fi Israa`el jiddu gala niwukilaraa Natanz irratti haleellaa raawwachuu isaanii mirkaneessuun cinatti, jiddu gala kanarratti miidhaan xiqqaan dhaqqabee jiraachuu ragaa bahe.

Magaalaa guddoo biyyattii Tehran irraa kiloomeetira 220 fagaatee kan argamu jiddu galli Niwukilaraa kun, sababa haleellaa kanaan meeshaaleen raadiyooktivii ta'an akka hin jirre fi hawaasa naannawa sanarratti miidhaan akka hin dhaqqabin mirkaneesseera.

Jiddu galli niwukilaraa Natanz waraana guyyoota 12 Israa'elii fi lraan jiddutti adeemsifame irratti xiyyeefannoowwan haleellaa adda addaa keessaa isa tokko.

Raafaa'eel Giroosii Daayreektarri Olaanaan Ejansi Atoomikii ldil-addunyaa, balaa niwukilaraa ittisuuf of eeggannoo cimaa akka taasisuuf waamicha dhiyeessan.

Ministeerri ittisa Israa'el Israa'el Katz gama isaaniitiin akka jedhaniti haleellaan qilleensaa Iraan irratti Yunaayitid Isteetis fi Israa'eliin rawwatamu dilbata boruurraa hanga torbee dhufuutti jabaatee akka itti fufu dubbate.

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when One Kee Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share