Barumsa Jam'atul Kheyrii.

Barumsa Jam'atul Kheyrii. Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Barumsa Jam'atul Kheyrii., Dire Dawa.
(1)

﴿سَنُرِيهِمْ آيَاتِنَا فِي الْآفَاقِ وَفِي أَنفُسِهِمْ حَتَّى يَتَبَيَّنَ لَهُمْ أَنَّهُ الْحَقُّ...﴾

Dhugaa tahuun isaa(Qur'aanaa) hanga isaaniif ifa bahutti mallattoolee keenya moggaa samii irraa kaafnee hanga lubbuu isaaniitti itti agarsiifna.

Qur'aanaa 🤝 Saayinsii Akkuma beektoonni saayinsii jedhanitti sibiilli nuti arra addunyaa kanatti faayidaa garaagaraa irr...
11/02/2025

Qur'aanaa 🤝 Saayinsii

Akkuma beektoonni saayinsii jedhanitti sibiilli nuti arra addunyaa kanatti faayidaa garaagaraa irra oolfachaa jirru kani jalqaba kan irraa dhufe pilaaneetii lafa jedhamu kanaan ala malee durumaan kan lafa keessatti argamu hin turre. Sibiilli walnyaatinsa Nukleraatiin urjiilee irraa bifa meetiooriitiin waggaa milyoonotaan dura gara lafaa dhufe jedhanii ibsu. Quraanni gama isaatiin Suuraa hadiid aayata 25ffaa irratti :{وَأَنزَلْنَا ٱلْحَدِيدَ فِيهِ بَأْسٌ شَدِيدٌ وَمَنَٰفِعُ لِلنَّاسِ }afaan oromootiin ammo (Sibiilas kan isa keessa humnaafi faayidaan jiru goonee buufne) jechuun argamiinsa sibiilaa addeesse.
سبحان الله

10/02/2025

Qur`aanaa🤝 saayinsii kutaa 9ffaa waa`ee Oksijiinii yookiin Qilleensa uumamni harganuu

Address

Dire Dawa

Telephone

+251974660488

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barumsa Jam'atul Kheyrii. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Barumsa Jam'atul Kheyrii.:

Share