Fuad Abdi Ame

Fuad Abdi Ame 🇮maalli keenyaa badhaadhina 💚💚

🇰ayyoon teenyaa dafka keenyan biyyaa teenyaan jijjiiruudhaa❗

15/07/2025
15/07/2025
15/07/2025
15/07/2025
15/07/2025
15/07/2025
HIRIYAA GAARIIN WAA KUDHAN NAMAAF TAATI !!!••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••1: Hamtuurraa Si Qabee To...
15/07/2025

HIRIYAA GAARIIN WAA KUDHAN NAMAAF TAATI !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: Hamtuurraa Si Qabee Toltutti Si Qajeelcha
2: Yoo Gaarii Hojjatte Gammachuu Siif Qaba
3: Yoo Ati Rakkatte Si Wajjiin Cinqama
4: Bakka Ati Hin Jirretti Toltuu Tee Haasawa
5: Utubaa Siif Ta’ee Mana Siif Ijaara
6: Ol Fuudhee Si Baatee Tabbarra Si Dhaaba
7: Kabajaa Siif Laatee Maqaa Kee Ol Qaba
8: Gammaddu Gammadee Gadditu Si Waliin Gadda
9: Dhibee Tee Hundumaaf Qoricha Siif Ta’a
10: Umrii Isaa Guutuu Si Faana Kufee Ka’a

• Rabbiin Hiriyaa Gaarii Harka wal qabattanii Jannata Wajjiin seentan isiniif haa kennuu.

• Hiriyaa akkanaa yoo qabaatte sirritti jabeeffadhu, kan faallaa kanaa ammoo irraa fagaadhu.

15/07/2025
15/07/2025
15/07/2025

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fuad Abdi Ame posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fuad Abdi Ame:

Share