Ramzi Media

Ramzi Media Jaalala ijaarruun, jireenya jijjiirra!
(5)

02/03/2026

Tehran 😒 😭

28/02/2026
  πŸ™ Harka qalleeyyii magaalaa teenyaa maatii 100'f duulli sassaabbii galii walitti qabuufi boruu galgalaa jechuun jimaat...
19/02/2026

πŸ™
Harka qalleeyyii magaalaa teenyaa maatii 100'f duulli sassaabbii galii walitti qabuufi boruu galgalaa jechuun jimaataa galgalaa sa'aatii 5:00 tiktok live mana Ramzi Media tti eegalaa πŸ™

Gumaata keeyri kana dhabbaata Ramzi Media, Ahlul Keeyrii, Fillah fi Gamtaa mi'eessoota wajiin tahuun qopheessaniiru.

waliif godhaa πŸ™ πŸ™ πŸ™ πŸ™

NUTII WALOON YOO DHAABBANNE, JI'A RAMADAANAA MAATIIN HARKA QALLEEYYIIN BEELAAN HIN SOOMANAN!

πŸŒ™βœ¨ Ramadan Mubarak βœ¨πŸŒ™The Blessed Month of Ramadan has arrived β€” a month of mercy, forgiveness, and immense reward.A mont...
17/02/2026

πŸŒ™βœ¨ Ramadan Mubarak βœ¨πŸŒ™

The Blessed Month of Ramadan has arrived β€” a month of mercy, forgiveness, and immense reward.

A month where hearts soften, duas rise, and every good deed is multiplied.

May Allah accept our fasting, our prayers, our charity, and our sincere intentions.
May He grant us strength, patience, and steadfastness throughout this sacred month. 🀲

Let this Ramadan be .
Let it be .
Let it bring us closer to .

Ψ§Ω„Ω„Ω‡Ω… Ψ¨Ω„ΨΊΩ†Ψ§ Ψ±Ω…ΨΆΨ§Ω† ΩˆΨ¨Ψ§Ψ±Ωƒ Ω„Ω†Ψ§ ΩΩŠΩ‡

17/02/2026

Share waliif godhaa πŸ™

πŸŒ™ SAGANTAA GUMAATA KHEEYRII πŸŒ™β€‹"Nuti waloon yoo dhaabbanne, ji'a Ramadaanaa maatiin harka qalleeyyiin beelaan hin soomana...
16/02/2026

πŸŒ™ SAGANTAA GUMAATA KHEEYRII πŸŒ™
​"Nuti waloon yoo dhaabbanne, ji'a Ramadaanaa maatiin harka qalleeyyiin beelaan hin soomanan."
​Hawaasni keenya hundi akka wal-gargaaruuf waamicha dhiyeessina! Dhaabbanni Ramzi Media, Ahlul Keeyrii, Fil-Allah fi Gamtaan Mi'eessotaa qindoomuun maatii harka qalleeyyii 100 ta’aniif raashina (nyaata) bituuf sagantaa galii sassaabbii addaa qopheessaniiru.
β€‹πŸ—“ Guyyaa: Jimaata, Guraandhala (February) 20, 2026
⏰ Sa'aatii: Halkan sa'aatii 5:00 (Sa'aatii Itoophiyaa)
πŸ“ Bakka: TikTok Live (Ramzi Media)
​Isin hunduu sagantaa kanarratti argamuun, keeyrii (tola) kana keessatti akka hirmaattan, akkasumas maatii harka qalleeyyii akka gargaartan kabajaan afeeramtanii jirtu!
​

Keddaa kiyyaa baga gammadee congrats πŸ‘ Artist kedir Mertu lammumaa biyyaa Ingilizii argatee jiraa!
11/02/2026

Keddaa kiyyaa baga gammadee congrats πŸ‘

Artist kedir Mertu lammumaa biyyaa Ingilizii argatee jiraa!

11/02/2026

Elemoo Ali Galamsootti πŸ’”

Address

DireDawa
Dire Dawa

Telephone

+251932926096

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ramzi Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ramzi Media:

Share