Ramzi Media Podcast

Call Directions Contact the business

Ramzi Media Podcast Jaalala ijaarruun, jireenya jijjiirra!
(5)

29/09/2026

Simannaa Goota Artist Kadiir Martuu

Kabajamoo gaarri guddichi Jaal Kedir Mertu arra bariisaa sa’atii 11 tti gara biyyasaa kan waggootaaf dharra’aa ture dhuf...
28/09/2026

Kabajamoo gaarri guddichi Jaal Kedir Mertu arra bariisaa sa’atii 11 tti gara biyyasaa kan waggootaaf dharra’aa ture dhufaa jira.✈️🇪🇹

Anaa dhufu wal argaan keenya Boolee Airport idil-addunyatti wal agarra

Gargaarsa Namoomaa hatatamaa.   waliif godha. Suuran asi gaditti argitan kun Obboo Mahammad Abdullaa Yuyyaa jedhama. Qon...
27/09/2026

Gargaarsa Namoomaa hatatamaa.
waliif godha.

Suuran asi gaditti argitan kun Obboo Mahammad Abdullaa Yuyyaa jedhama. Qonnaan bulaa aanaa Mi’eessoo Ganda Gorbooti. Harmeen isaa isa qofa qabdi. Innis fuudhe ilmaan argaachuu hin dandeenye.
Dhukkuba tasaa isaa qaben waggaa 3f yaalama ture.

Hospital Waligala Adama, Xuquur Anbassaa fi Aksiiyoonti yaalama ture garaa Hospitala Ethio-Stanbul ergame. Hospitalli Ethio Stanbul qoranno godhefi akka dhukkuba narvii fi Deskii jedhamu akka qabame fi baqaqsaanii yaalu dugdaa isaa irraa bakka 3 godhamufi akka qabu itti hime. Walaansa kanaafis mallaaqa kuma 540 gafaatan. Kanaa duraas hispitaalaa Xuquur Anbassaatti kalee isa baqaaqsani yaalani jiru.

Kanaaf namni dandeessaan hundi waan dandeessanin gargaara.

Account
Ethiopia CBE 1000796316164
Coop Oromiyaa 1050500257603
Abbisiniyaa BoA 267668019
Awash Bank 014251812819800
E-Birr 0905742580
Maqaan Ashaa Awalu Tura

Bilal Oromo
Ane tube
Obsa Bayan

🎵𝐌𝐀𝐍𝐀 𝐌𝐀𝐍𝐀🔥                         🎶𝐏𝐡𝐚𝐫𝐮𝐤𝐮𝐬𝐡 𝐅𝐭. 𝐓𝐨𝐭𝐢 𝐀𝐛𝐝𝐢🎤🔥 𝐇𝐎𝐉𝐈𝐈 𝐇𝐀𝐀𝐑𝐀𝐀 𝐁𝐎𝐐𝐎𝐍𝐍𝐀𝐀 𝐇𝐀𝐀𝐑𝐀𝐀! 🎶✨Artist Pharukush Ft. Toti...
25/09/2026

🎵𝐌𝐀𝐍𝐀 𝐌𝐀𝐍𝐀🔥
🎶𝐏𝐡𝐚𝐫𝐮𝐤𝐮𝐬𝐡 𝐅𝐭. 𝐓𝐨𝐭𝐢 𝐀𝐛𝐝𝐢🎤

🔥 𝐇𝐎𝐉𝐈𝐈 𝐇𝐀𝐀𝐑𝐀𝐀 𝐁𝐎𝐐𝐎𝐍𝐍𝐀𝐀 𝐇𝐀𝐀𝐑𝐀𝐀! 🎶✨

Artist Pharukush Ft. Toti Abdi waliin ta’uun sirba ajaa’ibaa “MANA MANA” jedhu yeroo dhiyootti isin biraan ni geenya! ❤️‍🔥🎵

Sirba jaalalaa, miiraafi bashannanaa haaraa… waan addaa qabate isinitti fiduuf qophiin xumurame jira. 🎧🔥

📺 Gama YouTube channel Tooti Abdii tin.
⏳ Yeroo dhiyootti…

STAY TUNED! 👀🔥
𝐏𝐡𝐚𝐫𝐮𝐤𝐮𝐬𝐡 𝐅𝐭. 𝐓𝐨𝐭𝐢 𝐀𝐛𝐝𝐢 🎶❤️
New Music “𝐌𝐀𝐍𝐀 𝐌𝐀𝐍𝐀”

24/09/2026

22/09/2026

Visit Oromia shira Mue Max irratti hojjatan seenaaf olkeenya

18/09/2026

Fulbana 10

17/09/2026

Simannaa Freedom irratti turti Ane tube wajiin goone 🔥

03/05/2026

Address

DireDawa
Dire Dawa

Telephone

+251932926096

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ramzi Media Podcast posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ramzi Media Podcast:

Shortcuts

Share