Ibsa Show

Ibsa Show Silent is one of the great arts of conversation

01/03/2025
18/02/2025

Gatii amanamummaa yoo hin beekne miidhaa gantummaan geessisu yoomiyyuu hin hubattu.

13/04/2024

Big shout-out to my newest top fans! Nasru Dire

01/04/2024

Delivering personalized ads helps businesses reach customers. Understand how Facebook delivers value through ad auctions that determine which ads people see.

15/03/2024

Fiigicha jireenyaa keessatti injifataan kan dursee gahu qofa osoo hin taane, kan fiigicha xumurudha. Namoota naannoo keenya jiran dura ykn qixxee gahuu qabna jennee of cimsuu hin qabnu.

Yoo of wal bira qabnee nama waliin ta'uu hin qabu, kaleessa eenyu akka turre waliin ta'uu qaba. Milkaa’inni kan madaalamu leensii keenyaan malee namoota biroo wajjin wal bira qabuun miti.

14/02/2024

Waa'ee keetii abbaan fadhe waan fadhe yaaduu danda'a, ni yaadanisi garuu yaadni isaanii filannoo isaaniti.
Ati waa'ee keetii si daran kan dhugaa keessa beeku waan hin jirreef, yaada ofiif qabdu atumti filadhuu yaadi.
Akkana goonaan waa'ee keetii wanti namoonni biraa yaadan hagas mara barbaachisaa hin ta'u.

20/10/2023

Dhalli namaa madaala uumama isaa eegee jiraachuu kan danda'u gaafa miira olaantummaa fi miira gadaantummaa irraa bilisa of taasiseedha.Miirri gafaantummaas ta'ee mirri olaantummaa summii jireenyaati.

20/10/2023

💪💪Namni dhufee si jijjiiru hin jiru 👉yoo ati kaatee of hin jijjiirin 💪Kabajamoo👉Ati wanta dandeessu wanta sirraa eeggamu qofa godhi👉Gaafa ati kana goote rabbiin immoo wanta ati dadhabde san siif godhee si agarsiisa
Kana beekii ka'ii jijjiirami.

Address

Hirna
Dire Dawa
04

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ibsa Show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share