Barii Bareentoo

Barii Bareentoo Fuulli kun kan seenaa qabsaawotaa itti
qorannuudha. kanaaf, seenaa gootota wareegamanii kan beeyta

06/08/2025

Edaanuu dallaalotiin imala seeraan alaa wanni dhoorgamaniif, dallaalotiin isaan beekan, kan beekamtii qabu, kan ifii nyaatee isaanillee nyaachisu akka dalagaa hin dhabneefi. Hanniti guddoon warra ejensii geejjibaa(Travel Egency) bira jira. Maallaqa 400k - 500k kan nama saamaa jiru ejensii geejjibaa maqaa je'uun warra hannaaf dhaabbatan kanaadha.

Dallaala maqaa je'amu diddaaf jecha,yeroo fedhan commissioner ifiin je'u; yeroo fedhan ammoo travel agency ifiin je'u. Daldala garbaa seera-qabeeysa godhame kanaan ummanni keenya maallaqa isaatiin gowwoomfamee if gurguruun haa dhaabbatu.

Wanni kun sirraa'uu qaba. Gosti barnootaa ulfaataan Ingiliffaa fi herrega akkasumas Aptitudedha. Garuu, Engiliffaa fi ap...
01/07/2025

Wanni kun sirraa'uu qaba. Gosti barnootaa ulfaataan Ingiliffaa fi herrega akkasumas Aptitudedha. Garuu, Engiliffaa fi aptitude sa'aatii lama qofatu kennameef. History, Geography, Economics, Biology, Chemistry fi Physics sa'aatii 2:30tu kennameef. Kun maal jechuudha amma? Barumsa lallaafaaf yeroo bal'aa kennanii, barumsa ulfaataa yeroo dhiphisuun kun sirraa'uu qaba fuula duraaf.

Karaa salphaa ta'een qabachuuf akkasumas qorumsa kee ifaajii xiqqaadhaan hojjachuuf mala collee kana fayyadami. Wanni ku...
09/05/2025

Karaa salphaa ta'een qabachuuf akkasumas qorumsa kee ifaajii xiqqaadhaan hojjachuuf mala collee kana fayyadami. Wanni kun barattoota kutaa 11ffaa 12faa ni fayyada.

Bankers, when we ask you for our money, even if we are at fault, try to treat us politely. But, do not be arrogant or do...
26/04/2025

Bankers, when we ask you for our money, even if we are at fault, try to treat us politely. But, do not be arrogant or don't chase us as judges. Because when a debtor repays a loan to a creditor , he must repay it with respect.

22/04/2025
18/04/2025

Haasawa garaa nama nyaatu kan imaamni keenya kan Masjiida Burqaa Sheekh Ibraahim iida dheengaddaa irratti dubbatan kana sheer godhaa! 😭

The Ethiopian current book and test issuers are either intellectuals trying to fail students, or incompetent individuals...
16/04/2025

The Ethiopian current book and test issuers are either intellectuals trying to fail students, or incompetent individuals and/or groups who collect content from various sources and publish books or questions. Please look at the following questions which is a part of the Oromia model for the month of April in this economics subject. If you were, which would you say is the correct answer? According to them, the answer is option D. But, option ''A'' is preferable to option ''D'' . The explanation is as follows;

The question asks about the impact on Kenyan exports to Sudan if the value of the Kenyan shilling decreases relative to the Sudanese pound.
Here's the breakdown:
* Weakening Kenyan Shilling: When the Kenyan shilling gets weaker (its value decreases), it means that one Sudanese pound can now buy more Kenyan shillings than before.
* Impact on Kenyan Goods in Sudan: For Sudanese buyers, Kenyan goods will now appear cheaper because their Sudanese pounds can purchase a larger quantity of Kenyan shillings, and therefore more Kenyan goods.
* Impact on Kenyan Exports: Since Kenyan goods become cheaper for Sudanese buyers, the demand for Kenyan exports to Sudan is likely to increase. This increased demand will lead to an increase in the volume of Kenyan exports.
* Impact on Kenya's Export Earnings: With a higher volume of exports (even if the price in Sudanese pounds per unit decreases slightly due to the shilling's depreciation), Kenya's total earnings from exports to Sudan are likely to increase.
Therefore, the correct answer is:
A. It will make the price of Kenyan goods in Sudanese market cheaper.
Let's look at why the other options are incorrect:
* B. It will make the price of Sudanese Import in the Kenyan market expensive. This describes the impact on Sudanese imports into Kenya, not Kenyan exports to Sudan.
* C. It will decrease Kenya's export earnings. This is incorrect because the increased volume of exports due to lower prices for Sudanese buyers is likely to increase export earnings.
* D. It will increase Kenya's export earnings. While this is a likely outcome, option A is a more direct and immediate impact of the shilling's depreciation. The increase in export earnings is a consequence of the cheaper prices in the Sudanese market. However, if we have to choose the most direct impact on Kenyan exports to Sudan, option A is the most accurate. If we consider the overall impact on Kenya due to these exports, option D would also be a valid consequence. Given the choices, option A describes the initial and most direct impact.
Final Answer: The final answer is {A}

01/04/2025

AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBA (7)

1. Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama biraa arguu danda'u. Hir'inaa isaaniirratti malee hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu.

2. Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu.

3. Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka barumsa argatanitti yaadu.

4. Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka danda'an beeku.

5. Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan, garuu irraa baratu.

6. Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni, dhiphinni fi rakkiinni irra ga'u waan isaan miidhe caalaa waan miidhama sana keessaa argatan yaadu.

7. Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon jireenya keessatti barbaachisaadha, namoonni mo'atoon ni murteessu.

********************
Mo'atoo isin haa taasisu rabbi!

30/03/2025

Dhaamsa Kab. Bulchaan Aanaa Gola Odaa Obbo Aliyyii Mahammad Hasan! ❤️🎉🥰

30/03/2025
12/03/2025

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barii Bareentoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Barii Bareentoo:

Share