03/11/2024
“Bilisummaa barbaanna” jechuurraa gara “Nagaa barbaanna” jechuutti gadi gadadamneerra fakkaata.
Gaaf tokko Akaakoon koo “Gad-deebituun harree 'cidii' baattee kufti" hoo jedhan, Akkoon koo immoo “Sassattuun duutuu deessi” jettee makmaaksicha gabbiste!
Namni waan barbaadu hin beekne badullee barbaacha hin qabu!🦯