Baha Biiftuu

Baha Biiftuu Wel come to Official page of Baha Biiftuu to promote our culture,Artist,Poem and social integration󱢏
(2)

29/10/2025

Yaa Rabbi
Rakkoo teenya hunda nurraa furi
Haara nubaafachiisi.

 fans
28/10/2025

fans

28/10/2025

Waan Fedhe Yoo Ta'e Namaa Waliin Ilmoo Biyya keetitti Hin Duulin Namni Ofii Dawaa Hin Dhabu Harreellee Afaan Waliif Qabuu
Kedir

Namoota dorgammii kana injifatan kudhaniif FB isaanii nan beeksisa. Ulaagaan: Suuraa kee comment jala keessee hiriyoota ...
28/10/2025

Namoota dorgammii kana injifatan kudhaniif FB isaanii nan beeksisa. Ulaagaan:
Suuraa kee comment jala keessee hiriyoota kee itti waammatta. Kanneen like ol aanaa argatan kudhaniif sa'aatii 24 booda FB isaanii nan maxxansaaf 👏

25/10/2025

page for sell

100k followers

25/10/2025
25/10/2025

Page 100k followers qabuu bituu ni barbaadduu?

Phone No. 0970676623 kanaan naa qunnamamu dandeessu!

fans





Balaa Tirafikaa Harargee Bahaa Aanaa meettaa iddoo Calanqoo loolaa jedhamutti mudateen Lubbu namoota fi Qabeenya irra ga...
22/10/2025

Balaa Tirafikaa Harargee Bahaa Aanaa meettaa iddoo Calanqoo loolaa jedhamutti mudateen Lubbu namoota fi Qabeenya irra gahee jira,

Balaa Konkolaataa Dhaqabeen Namaa fi Qabeenyarra Miidhaan Dhaqabe !!

Onkololeessa 12/2018- Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Ganda Calanqoo Lolaatti Balaa konkolaata Dhaqabeen Qabeenya fi Lubbuu namaarra miidhaa dhaqabeeti jira !!

Konkolaataa Fe'umsaa lama kan Jabuutiirraa gara Finfinneetti imalaa jiru iddoo Calanqoo Lolaa jedhamutti guyyaa har'aa waaree booda naannoo sa'aatii 10:25 tahu Konkolaata lama kan wal faana deemaa ture sababa fireenni dideen walitti bu'uun balaa uumameen Shufeerri tokko lubbuun kan dabarte yoo tahu konkolaata lameenu walitti bu'insarra kan ka'een ibiddi itti qabachuun qabeenyaa waliin gubachu danda'eeti jira.

Ani yeroo hunda yaaddoo koo Kan tahu Iddoo Calanqoo loolaa fi Duusee, Akkasuma Gara Baroodaa kanatti balaan kun irra deddebiin umamuu irra kan ka’ee lubbuun bara baraan balaa konkolataan bahaa jiru hanga hin qabu, Sababni ka’uumsa deddebiin balaa kanaa qoratamee yoo fala hin arganne bara baraan balaa kanaan lubbuu fi qabeenyi manca’u daangaa hin qabu,
Falli tahuu qabu:. 1 Daandiichi baayyee dhiiphachuu fi marma tahuu irraa Kan ka’e yeroo Wal bira darbuuf jedhamu umamaa jira
2 Ariitii konkolachisaa fi kkf kun Qoratamee Daandiileen kun federalan wan buluuf akka fala biraa argatu yoo hin taane rakkoon kun balachaa deema

16/10/2025

Big shout-out to my newest top fans! Taju Daily, Abdulaziz Adem, Aisha Yousf, Yosef Tamirat, Caalaa Aliyyii, Hăšh Måñ Æbđ

Address

Oromia
Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baha Biiftuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Baha Biiftuu:

Share