Qafira page

Qafira page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qafira page, Dire Dawa.

07/09/2026

Nagayaan Seente Haajii Shamsaddiin Abdullaahi!

Guyyaa Dilbataa (Alhadaa) galma ga’iinsa sagantaa imala milkaa’inaa kanaa irratti, Waancaa Bon Voyage Champion’s Cup sababaa imala isaaniitiif qophaa’e irratti tapha ajajaa’ibsisaa taphatamee jira.

Tapha kunis Tapha seenaa qabeesa ta’e, Dirree Kubbaa Miilaa Diimaa irratti Garee Shamsaddiin — Urjii Qafiraa FC fi Garee Fayyaa Qaamaa gidduutti kan geggeeffame
Qabxii Taphichaa
⚽ Urjii Qafiraa FC — 4
⚽ Fayyaa Qaamaa — 1

05/09/2026

GUYAA GALATEFANAA OBOO HAJII SHEMSHEDIN ABDULLAHI KILABII KUBBA MILLA URJI QAFIRA QOPESITERATII KANAA FAKATAA

27/08/2026

Abdullahi Ahmed -G Importer🏆
Trading Enterprise — both are Platinum Award! 🏆

በድሬዳዋ ከተማ አስተዳደር በተካሄደው 5ኛው ዙር የታማኝና ከፍተኛ ግብር ከፋዮች የሽልማትና የእውቅና መርሃ ግብር ላይ፣ Qeewa Trading Enterprise በታማኝ ግብር ከፋይነቱ የፕላቲኒየም (Platinum) ደረጃ ሽልማትና እውቅና አግኝቷል። 🥇🏆

በዚህ ታላቅ የእውቅና መርሃ ግብር 121 ታማኝና ከፍተኛ ግብር ከፋዮች በፕላቲኒየም፣ በወርቅና በብር ደረጃዎች ተሸልመዋል።

👏ከQeewa Trading Enterprise የተከበሩ አቶ ተስቲ ዑመር እና ከJawahira Abdullahi Ahmed -G Importer ድርጅት
የተከበሩ አቶ ሀመዲ ዑመር ይህንን የፕላቲኒየም ሽልማት ትላንት ከድሬዳዋ አስተዳደር ክቡር ከንቲባ ኪዲር ጀሃር ተረክበዋል።

✨ ይህ ሽልማት የታማኝነት፣ የኃላፊነትና የትጋት ውጤት ነው።
ለQeewa Trading Enterprise እና ለመላው ቡድን እንኳን ደስ አላችሁ! 🎉👏

#ታማኝግብርከፋይ 🏆

25/08/2026

🕌 MASJID-AL TOHiiD — SEENAA GARGAARSAA FI KHAYRII

-Nesredin shak Usman Daawwannaafi haala ammaa Masjid-Al Towbaa keessatti argamu ilaaluun, seenaa jijjiirama bakka kanaa yaadachuun waan nama gammachiisudha

afendi waliin Iddoon kanaan dura iddoo fi xaxaa "Umar_Ziyaad" jedhamuun beekamaa ture, har'a gargaarsa Rabbiitiin gara mana khayrii Masjid-Al Tohidaatti jijjiiramuun isaa ni yaadatama. Ayanoo-Nesredin shak Usman nama jalqaba iddoo kana gargaaredha
Kanan Masjiidni kun har'as iddoo qulqulluu keessatti ijoolleen hundi halkanii fi guyyaa Qur'aana akka dubbisan

25/08/2026

🕌 Insha Allah! Sagantaa 🕌 Masjiida Al-Tawhiidi
baayyee gaarii fi barakaa qabu dha.

Insha Allah, guyaa araa Salataa Asrii booda) 🕌Masjiida Al-Tawhiiditti sagantaa fi daawwataa fi hawwataatu qophaa'eera nu-Waliin ta'aa Nu eegaa

 #ማንችስተር ዩናይትድ ሁለት ተከታታይ የውድድር ዘመናትን በሽንፈት መጀመርበ2025/26 የውድድር ዘመን፦ በመጀመሪያው ጨዋታ በአርሰናል 1 ለ 0 መሸነፋቸው እናበ2026/27 የውድድር ዘመን፦...
22/08/2026

#ማንችስተር ዩናይትድ ሁለት ተከታታይ የውድድር ዘመናትን በሽንፈት መጀመር

በ2025/26 የውድድር ዘመን፦ በመጀመሪያው ጨዋታ በአርሰናል 1 ለ 0 መሸነፋቸው እና
በ2026/27 የውድድር ዘመን፦ አዲስ በውድድር ዘመኑ መጀመሪያ ላይ ወደ ፕሪምየር ሊግ ባደገው ኸል ሲቲ (Hull City) 2 ለ 0 መሸነፋቸው ግን የደጋፊዎቹን ትዕግስት አስጨርሷል።

20/08/2026

vs. Coventry city
2026/27
premier League first match

🏟️ Bakka: Emirates Stadium, Landan
📅 Guyyaa: Jimaata, Hagayya 21, 2026
⏰ Sa'aatii: 4:00 Galgala

💸 ODUU BITANNAA:
Oduun dhiyoo bahe akka agarsiisutti Arsenal ittisaa Aston Villa Ezri Konsa hanqina ittistootaa keenya duuchuuf pawundi miiliyoona 51'n mallatteessuf iti dhyateera!

  Carlos goolii urjii keessa seene 💍❤️Legendiin garee Real Madrid fi Biriizaal, dubartii daldalaa fi bakka buutuu taphat...
17/08/2026

Carlos goolii urjii keessa seene 💍❤️
Legendiin garee Real Madrid fi Biriizaal,

dubartii daldalaa fi bakka buutuu taphattootaa lammii Morookoo-Libaanoos kan taatee
Suuhilaa Al-Taahiriin gaa'elaan bultii waliin ijaarrataniiru✨🇧🇷

Fahmi musa I Qafira bein sport

🕊️ GADDA DU’A: UMAR AQILInnaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji’uun.🕊️Abbaa keenyaafi obboleessa keenya kabajamaa Umar Aqil...
17/08/2026

🕊️ GADDA DU’A: UMAR AQIL
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji’uun.

🕊️Abbaa keenyaafi obboleessa keenya kabajamaa Umar Aqil, bara 1950moota irraa eegalee kilaba Ethio Cement Dire Dawa keessatti taphataa ture, akkasumas bara 1954 fi 1957 Shaampiyoonaa Itoophiyaa mo’achuun waancaa injifate keessaa tokko ture.

🕊️Inni akkasumas taphataa beekamaa Isma’iil Girilee, kan yeroo 3ffaa Waancaa Afrikaa waliin injifate, waliin Dire Dawa Cement keessatti taphataa ture.

🕊️Har’a guyyaa gaddaa kana Umar Aqil addunyaa kanarraa boqoteera. 😢

🕊️Sirni awwaalcha isaa, miseensonni Waldaa Taphattoota Kubbaa Miilaa Durii Dire Dawa, maatiin, hiriyoonni fi namoonni isa jaallatan argamanitti kabajaan raawwatameera.

🕊️Rabbiin rahmata isaa haa godhu, qabrii isaa haa ifsu, Jannatul Firdaus haa qubsiisu. 🤲🏽

🕊️Maatii, firoottan, hiriyootaa fi namoota isa jaallatan hundaaf jajjabina fi obsaan hawwina.

🕊️ Umar Aqil — seenaa kubbaa miilaa Dire Dawa keessatti maqaan kee hin dagatamu.

  kun kubbaa miilaa koo isa dhumaati Cristiano Ronaldo bara dorgommii kubbaa miilaa 2026–27 booda tapha xumuruu akka dan...
17/08/2026

kun kubbaa miilaa koo isa dhumaati Cristiano Ronaldo bara dorgommii kubbaa miilaa 2026–27 booda tapha xumuruu akka danda'u ibseera.
Erga waggoota 25f kilaba dandeettii dorgommii qabu keessatti taphatee fi tapha Waancaa Addunyaa FIFA 2026 irratti hirmaatee booda, beeksiseera.

Taphataan umurii waggaa 41 kun erga jireenya isaa kubbaa miilaa xumuree booda waan hojjechuuf jiru akka karoorfate dubbateera

bein sport |Fahmi musa

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qafira page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share