NUUN Studio

NUUN Studio Documentery Films TV Programes Wedding Music Clip

19/08/2025
04/08/2025

Elemo & Obsitu

  #Badhaasa ragaa beekamtii bara 2023 fi 2024 wiirtuuwwan hojii hoggansa Dire Dawaa jala jiran irraa nuuf kaname ilaalch...
15/07/2025

#
Badhaasa ragaa beekamtii bara 2023 fi 2024 wiirtuuwwan hojii hoggansa Dire Dawaa jala jiran irraa nuuf kaname ilaalchisee , waltajjii carraa hojii Uumuu Afrikaa 3faa irratti kan dhiyaate yoo ta'u .
Ministerri ogummaa hojii Aadde Mufari'at fi Obbo Aadam Farah dabalatee hoganttooni gurguddaan Afrikaa irratti harmattan, Ragaa addaa fi badhaasa kaka'umsaa biroo hogansaa qindoomina ogumaa hojii aanaa 08 fi ogeeyyiin qophaa'e.

  በ3ኛው የአፍሪካ የስራ እድል ፈጠራ ፎረም ላይ ታላላቅ የአፍሪካ ባለስልጣናት በተገኙበት የስራ ክህሎት ሚኒስተሮ ወ/ሮ ሞፈሪያት ከሚልና አቶ አደም ፋራህ ጨምሮ በተሳተፉበት መድረክ ላይ የ...
14/07/2025


በ3ኛው የአፍሪካ የስራ እድል ፈጠራ ፎረም ላይ ታላላቅ የአፍሪካ ባለስልጣናት በተገኙበት የስራ ክህሎት ሚኒስተሮ ወ/ሮ ሞፈሪያት ከሚልና አቶ አደም ፋራህ ጨምሮ በተሳተፉበት መድረክ ላይ የተበረከተውን በድሬደዋ አስተዳደር ስር ከሚገኙ የስራ ማእከላት በ2023 እና 2024 ዓ.ም በፌደራል ስራ ክህሎት ሚኒስቴር በተደረገው የደረጃ ልየታ መሰረት የላቀ የስራ አፈፃፀም በማስመዝገብ የተሰጠንን የእውቅና ሰፍትፍኬትን ሽልማትን አስመልክቶ በወረዳ 8 ለስራ ክህሎት ማስተባበሪያ ሃላፊና በለሞያዎች የተዘጋጀ የልዩ ሰርትፍኬትና ሌሎች አበረታች ሽልማቶች

Obbolleessi Kenya Hamza Naik kitaaba Isaa kan "BARIISAA" ja'uu dhaloota lafaa olka'uuf Kan tahu, bifa bareedaadhaan Hadi...
11/07/2025

Obbolleessi Kenya Hamza Naik kitaaba Isaa kan "BARIISAA" ja'uu dhaloota lafaa olka'uuf Kan tahu, bifa bareedaadhaan Hadiisaa fi Qissaa ( seenaa) barreedduu kan ofkeessaa qabu Eeybissuuf haalduree isaa xumuree jira. Koottaa waliin Eeybifnaa.

Iddoon : Hotel B- Capital
Sa'aa: Sa'aa booda, Sa'aa 9:00 irraa jalqaba.
Guyyaan:- Sabtii
5/11/2017 E.C 12/07/2025 GC.

   ድሬዳዋ ፖሊስ 116ኛ ምስረታ በዓል
09/06/2025


ድሬዳዋ ፖሊስ 116ኛ ምስረታ በዓል

Address

Dire Dawa
251

Opening Hours

Monday 09:00 - 20:00
Tuesday 09:00 - 20:00
Wednesday 08:00 - 20:00
Thursday 09:00 - 20:00
Friday 09:00 - 20:00
Saturday 09:00 - 20:00

Telephone

+251943515111

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when NUUN Studio posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to NUUN Studio:

Share

NUUN Studio

NUUN Studio is Studio for Photography,Videography n Motion graphic Lives in Dire Dawa, Ethiopia