Digital Qeerroo

Digital Qeerroo Biyyakoo Oromiyaaf mormakoon kenna!
(4)

"Nyaataan of danda'uun ajandaa biyyaalessaa keenya isa ijoodha"MMI Dr. Abiy Ahmed Ali
24/08/2026

"Nyaataan of danda'uun ajandaa biyyaalessaa keenya isa ijoodha"

MMI Dr. Abiy Ahmed Ali

“Dandeettii guddaa guddina waliinii keenyaaf itti fayyadamuu dandeenyu qabna. Waloon wayita dhaabbannu abdii fi egeree c...
24/08/2026

“Dandeettii guddaa guddina waliinii keenyaaf itti fayyadamuu dandeenyu qabna. Waloon wayita dhaabbannu abdii fi egeree cimaa qabaanna. Tumsi Naannawaas murteessaadha.”

MMI Dr Abiy Ahmed Ali

"Itoophiyaan badhaadhina ishee kan mirkaneessitu irreewwan ciccimoo bu’uura ishee jabeessuu danda’aniin. Qabsoo dameewwa...
24/08/2026

"Itoophiyaan badhaadhina ishee kan mirkaneessitu irreewwan ciccimoo bu’uura ishee jabeessuu danda’aniin. Qabsoo dameewwan hundaan goonuun bu’uura Itoophiyaa jabeessina."

MMI Dr. Abiy Ahmed Ali

"Raayyaa Ittisa Biyyaa keenya ammayyeessuun biyya biroo weeraruuf osoo hin taane, birmadummaa Itoophiyaa amansiisummaan ...
24/08/2026

"Raayyaa Ittisa Biyyaa keenya ammayyeessuun biyya biroo weeraruuf osoo hin taane, birmadummaa Itoophiyaa amansiisummaan kabachiisuufi. Humna qilleensaa fi galaanaa cimaa qabaachuun keenya tasgabbii naannichaafis bu'aa qaba."

MMI Dr. Abiy Ahmed Ali

Hero❤
24/08/2026

Hero❤

Inisheetiiviin Misooma Qamadii Bu'uura Wabii Nyaataa Keenya Agarsiistuu Olka'insa Itoophiyaa!Gargaaramummaan qaanii oomi...
24/08/2026

Inisheetiiviin Misooma Qamadii Bu'uura Wabii Nyaataa Keenya Agarsiistuu Olka'insa Itoophiyaa!

Gargaaramummaan qaanii oomishtummaan qananii jechuun sagantaa Itoophiyaan haa oomishtuun muummeen ministeera Itoophiyaa Dr Abiy Ahimadiin qophaa'ee damee qonnaa ammayyeessuu, teknoloojii qonnaa babal'isuu, kilaastaraan oomishuufi makaanayizeeshinii fayyadamuun hojiin hojjetame bu'aa jajjabeessaa argamsiiseera.

Keessattu, inisheetiiviin misooma qamadii yaadama kabajamoo Dr Abiy Ahimad Aliin bocamee hojii irra oole Itoophiyaan kaleessa beelaafi hiyyummaan beekamtu Wabii nyaataa mirkaneeffachuun birmadummaa ishee kabachiifachuu, baasii biyyi keenya qamadii bituuf baastu qusachuun dinagdee biyyaa cimseera.

Inisheetiiviin misooma qamadii xiinsammuu deeggarsaafi kadhaa cabsee danda'uu biyya keenya addunyaaf agarsiisuun oomisha qamadii kaleessa kadhaan argannu bara Abbichuu gabaa idil - addunyaaf dhiyeessuun galii sharafa biyya alaa argachuun olka'insa biyya keenya addunyaatti mul'iseera.

“Misooma Itoophiyaa gara fuulduraatti tarkaanfachiisuuf, sagalee warra gara duubaatti nu harkisuu osoo hin taane, mul’at...
24/08/2026

“Misooma Itoophiyaa gara fuulduraatti tarkaanfachiisuuf, sagalee warra gara duubaatti nu harkisuu osoo hin taane, mul’ata fi hojii gara fuulduraatti nu geessu dhaggeeffachuu qabna. Imalli biyya keenyaa sodaa osoo hin taane, hojii, mul’ata fi kutannoon hogganama.”

MMI Dr. Abiy Ahmed Ali

The Leader❤
24/08/2026

The Leader❤

24/08/2026

Haa Deeggarru!👇

Jabaa Mariifi Marabbaan Biyya Ijaaraa Jiru!= = = = = =Abbaan Malaa mariin Biyyaalessaan Itoophiyaa keessatti garaagarumm...
23/08/2026

Jabaa Mariifi Marabbaan Biyya Ijaaraa Jiru!
= = = = = =
Abbaan Malaa mariin Biyyaalessaan Itoophiyaa keessatti garaagarummaa ilaalchaa fi yaadaa karaa nagaa fi marii bal’aatiin furuuf, akkasumas waliigaltee fi tokkummaa biyyaalessaa cimsuuf carraa guddaa uumeera. Mariin Biyyaalessaa qaamolee fi hawaasa garaagaraa walitti fiduun, yaada, fedhii fi ilaalcha adda addaa akka wal dhaggeeffatamu taasisa. Kunis garaagarummaa akka madda walitti bu’iinsaatti osoo hin taane, akka carraa walhubannoo fi waliigaltee ijaaruuf itti fayyadamuuf gargaara.
Mariin Biyyaalessaa Itoophiyaaf faayidaa hedduu qaba. Isaan keessaa ijoo:

👉Tokkummaa biyyaalessaa cimsuu,
👉Nageenya waaraa fiduu,
👉Waliigaltee biyyaalessaa ijaaruu ,
👉Wal-amantaa cimsuu,
👉Hirmaannaa uummataa guddisuu,
👉Sirna dimokraasii jabeessuu,
👉Misoomaaf haala mijataa uumuu,
👉Garaagarummaa gara humnaatti jijjiiruu fi kkfdha

Address

Dukam, Oromia
Dukem

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Digital Qeerroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share