Visit Bishoftu 7 Lakes

Visit Bishoftu 7 Lakes Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Visit Bishoftu 7 Lakes, Video Creator, Dukem.
(1)

"Milkaa’ina Keenyaaf Icitiin Guddaan Hirmaannaa Ummatati!"Injiineer Muhammad Aliyyi​Waajjirri Bulchiinsa Lafaa Magaalaa ...
11/08/2026

"Milkaa’ina Keenyaaf Icitiin Guddaan Hirmaannaa Ummatati!"Injiineer Muhammad Aliyyi
​Waajjirri Bulchiinsa Lafaa Magaalaa Bishooftuu karooraa fi raawwii hojii isaatiin jiraattota qooda fudhattoota taasisuudhaan bu’aawwan gurguddoo galmeessisaa jiraachuu isaa ibse.
​Haaluma kanaan, Waajjirri Bulchiinsa Lafaa Kutaa Magaalaa Dhibaayyuu qonnaan bultoota fi jiraattota waliin marii waliigalaa raawwii bara darbee fi karoora bara 2019 irratti gaggeessuudhaan karoora isaa galma waloo taasisuu danda'eera.
​"Icitiin milkaa’ina Waajjira Lafaa Magaalaa Bishooftuu inni murteessaan karooraa fi raawwii keenya keessatti jiraattota magaalaa keenyaa dhimma irratti qooda fudhachiisuu keenya. Aadaa hojii kana cimsinee itti fufsiifna."
— Injiineer Muhammad Aliyyii Quufaa (Hogganaa Waajjira Bulchiinsa Lafaa Magaalaa Bishooftuu)
​Jiraattonnii fi qonnaan bultoonni marii kana irratti hirmaatan akka jedhanitti, bulchiinsi lafaa yaada ummataaf beekamtii fi ulfina kennuudhaan hanqinaa fi karoora irratti waliin mari’achuun isaa mootummaan ummataaf dursa kennuu isaa kan mirkaneessudha.
​Pilaaniin Misooma Lafaa (LDP) mirga abbaa qabeenyummaa jiraattotaa mirkaneessuu cinaatti, bu’uuraalee misooma dinagdee fi hawaasummaa mirkaneessuu keessatti qooda olaanaa taphachaa akka jiru
​Hojjettoonni waajjirichaa haala itti tajaajilamtoota keessummeessan yeroodhaa gara yerootti fooyyahaa dhufeera. Jiraattonnis "Nuti isin deeggarra, duubatti hin deebi'inaa!" jechuun waadaa galaniiru.
​Gama biraatiin, Bulchaan Kutaa Magaalaa Dhibaayyuu yaadota akka komiitti ka’an akka galteetti fudhatanii karooratti jijjiiruun furaa akka deeman ibsuudhaan, "Tokkummaan humna walii taanee misooma keenya haa ariifachiisnu" jechuun waamicha dhiyeessaniiru.

Waajjirri Lafaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa Jiraattotaa fi Qonnaan Bultoota Waliin Maree Bu'a Qabeessa FeeneWaajjirri Lafaa...
11/08/2026

Waajjirri Lafaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa Jiraattotaa fi Qonnaan Bultoota Waliin Maree Bu'a Qabeessa Feene
Waajjirri Lafaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa jiraattota kutaa magaalattii fi qonnaan bultoota naannichaa hirmaachisuun waltajjii maree uummataa gaggeessee jira.
Waltajjii kana irratti hojiiwwan misoomaa fi bulchiinsa lafaa fuulduraa irratti bal'inaan kan maraatame yoo ta'u, hojiiwwan hojjetamanis koraa fi waliigaltee uummataan taasiisuuf walii galtee fulla'aan irra gahameera. Waajjirichi tajaajila isaa si'ataasisuu fi hojiiwwan hawaasa hirmaachisan caalaatti cimsuuf mariin kun gahee guddaa akka qabu ibsameera.

10/08/2026

እስኪ የነበር ያውራ…. 💧💧💧
Tarkaanfiin fooyyamiinsaa fi guddinni magaalaa keenyaa jabaachuu fi kutannoo geggeessitoota keenyaa kan mul'isudha.

10/08/2026

Kominikeeshinii Kutaa Magaalaa Calalaqaa🏆🏆🏆

10/08/2026

መልካም የስራ ሳምንት!!
የክረምት በጎ አድራጎት - በጎነት በተግባር!

ውድ የዩኒቨርሲቲያችን ማህበረሰብ በሙሉ፦

የክረምት ወቅት ዕረፍት ብቻ ሳይሆን፣ ለተቸገሩ ወገኖቻችን የምንደርስበት እና የሰብዓዊነት እሴትን በተግባር የምናሳይበት ወቅት ነው።

የኢትዮጵያ መከላከያ ዩኒቨርሲቲ የእውቀትና የምርምር ማዕከል ብቻ አይደለም፤ ለማህበረሰብ የሚጠቅም ተግባራዊ እውቀት፣ ኃላፊነት የሚሰማው ዜጋ እና የለውጥ አመራር የሚፈጠርበት ተቋም ነው።

በዚህ የክረምት ወቅት በመተባበር፣ በበጎ ፈቃደኝነትና በማህበራዊ ኃላፊነት መንፈስ ተሳትፎዓችንን እናጠናክር።

🩸 ደም በመለገስ ሕይወት እንታደግ፤
🤝 ለታረዙ ወገኖች አልባሳትና ሌሎች ድጋፎችን በማቅረብ ተስፋ እንስጥ፤
📚 የትምህርት መርጃ ቁሳቁስ ለተቸገሩ ተማሪዎች ድጋፍ እናድርግ፤
🌳 ችግኝ በመትከልና አካባቢን በመንከባከብ ለትውልድ የሚተርፍ አሻራ እንተው፤
🧹 የአካባቢ ጽዳትና የማህበረሰብ ንጽህና ተግባራትን በጋራ እናከናውን፤
👵 አረጋውያንን፣ ህፃናትንና ድጋፍ የሚፈልጉ ወገኖችን እንጠይቅ፣ እንደግፍ፣ እናጽናና፤
❤️ ለህብረተሰቡ የሚጠቅሙ የበጎ ፈቃድ ተግባራትን በራሳችን አነሳሽነት እንጀምር።

👉አንድ ሰው ሕይወት ለማዳን አንድ ጊዜ የምንሰጠው ደም ሊበቃ ይችላል።
👉አንድ ትንሽ ድጋፍ ለአንድ ቤተሰብ ትልቅ ተስፋ ይሆናል።
👉አንድ የምንተክለው ችግኝ ለቀጣይ ትውልድ ጥላ ነው።

ስለዚህ፣ በጎነትን እንደ አንድ የተቋም እሴት፣ በጎ ፈቃደኝነትን እንደ ዜግነት ኃላፊነት እና አገልግሎትን እንደ ሰብዓዊነት መገለጫ እናድርግ።

መልካም የስራ ሳምንት!!

የክረምት በጎ አድራጎት -በጎነት በተግባር!

Baga geenye jechuumaaf oromoo!🌼🌼☘️☘️
10/08/2026

Baga geenye jechuumaaf oromoo!🌼🌼☘️☘️

Gaddaa guddaa! Gaddaa ulfaataa!Komandar Girmaan Yeroo Dheeraaf Godina Harargee Bahaa keessatti Itti Gaafatamaa kutaa Ol'...
10/08/2026

Gaddaa guddaa! Gaddaa ulfaataa!

Komandar Girmaan Yeroo Dheeraaf Godina Harargee Bahaa keessatti Itti Gaafatamaa kutaa Ol'aanaa Qorannaa Yakkaa fi Murtee kennisiisa Godina Harargee Bahaa ta'anii Tajaaajila kan turan yeroo ammaa kana Komandar , Qajeelcha Qorannaa Yakkaa fi kenniinsa Murtii Haqaa Qajeelcha Ol'aanaa Poolisii Magaalaa Bishooftuu keessatti osoo tajaajila irra jiranii, dhukkuba isaan mudateen addunyaa kana irraa boqotaniiru.

Komandar Girmaa Mammoo nama amanamaa, hojii isaa jaalattu, itti gaafatamummaa isaa sirnaan bahatanu fi uummataaf amanamummaan tajaajila turaniidha.

Maatisaanii ,Hawaasa fi hiriyoota hojii isaanii hundi Waaqni jabeenya isaanii haa kennu..

😭

Address

Dukem

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Visit Bishoftu 7 Lakes posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category