Abbush

Directions

Abbush Dubbiin jimaa harargee nuf hin gallee

Malif ta,aa ? Ittii yadaa

19/08/2026
Guyyaa Filannoo…. Dhaabbileen biyyaa keessaa 55fi kan biyya alaa  lama(2)  filannicha ni taajjabu. Taajjabdoonni misee...
30/05/2026

Guyyaa Filannoo….

 Dhaabbileen biyyaa keessaa 55fi kan biyya alaa lama(2) filannicha ni taajjabu.

 Taajjabdoonni miseensota Gamtaa Afrikaa 59 ni hirmaatu

 Gareen taajjabdoota IGAD 26 ta'an Magaalaa Finfinnee galaniiru.

 Gareen taajjabdoota IGAD Pireezidaantii Duraanii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan ni durfama

 Miseensonnii Hawaasaa dippiloomaatikii filannicha keessumummaan ilaaluuf eeyyamni kennameera

 Dhabbilee miidiyaa biyya keessaa 56 fi kan biyya alaa 12 filannicha ni gabaasu

 Bakka bu’oonni paartiilee siyaasaa kuma 200fi kuma 50 filannicha ni hordofu

30/05/2026

Biyya keenya keessatti inni (degree) qabu hojii barbaada inni hojii qabu degree barbaada 🤔

With Adonay Mada – I just got recognized as one of their top fans!
20/05/2026

With Adonay Mada – I just got recognized as one of their top fans!

Address

Wenne
Gelemso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbush posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share