
07/05/2025
Dargaggoota Maraaf naa godhaa
================================
Mee dubbisi hin fayyadamtaa. Keessatti ofii argatta.
qabeenya qabeenya caalu. Dargagummaa keeti waan hin taanetti, iddoo hin taanetti, hiriyaa hin taanetti, Araadaa hin taanetti, Amala hin taanetti, hin dabarsin.
. Ati nama addaati ofii tuffachuuf hojii tuffachuu dhiisi. Ati nama addaa ti. Ati nama tokkicha dandeetti addaa wajjin biyya lafa irraa jiru dha. Dandeettii addaa kan waaqayyoo siif kenne ofii keessa qabda. barbaadii ofii argadhu.
keeti seeraan itti fayyadami. Karooraan socho'i. Carratti amanuu caalaa karooraan milkaawuu irratti xiyyeeffadhu. Waan dandeessurraa jalqabi, karoora humnaan olii hin karoorsin. Seenaa namoota milkaawoo dubbisi.
'i. Tasumaa abdii hin kutatin. Hin danda'u hin jedhin. Sodaa injifadhu. Riskii hin sodaatin.
ta'a hin jedhin waan keessa kee jiru hojii itti gammaduu humnaa kee guutuudhaan hojjedhuu. Waan hojjechuu beektu fi jaallatu kakka'umsa irratti qabdu irratti xiyyeeffadhu. Waan hojjettuu garaa kee guutuu hojjedhuu!. jabeessi itti cimi. Fknf :-
taanaan cimii abdii kutannaa malee daldalii. Yoo hojii tokkotti milkaawuu dhabde carraa biraa yaali malee waan darbeen abdii hin kutatin.
taanaan itti cimii akka milkooftutti qoti hojjedhuu. Abdii hin kutatin.
taanaan jabaadhu baradhu. Namni eessa ga'ee?, kunoo abaluyyuu akkas ta'e, abalu akkana jechuu dhiisi. Ati si'uma malee abalu ati jettu sana miti. Kennaa fi carraa addaa wajjin dhalatte. Carraan kee kanuma keetii. Hiree mataa keeti qabda. Kanaan ofii hin takaalinii cimii baradhuu milkaayi. Barumsi furtuu waan hundaatii hin gowwoominii cimii baradhu.
kamuu taanaan waan irratti ramadamte irratti cimii hojjedhuu milkaa'i. Uummata kee hin boosiisin, hin yaaddessin gammachuun keessummeessi. Ogummaa qabduun hojjedhuuf. Keessattuu Hoggansi sadarkaa garaa garaa irraa jirtuu