The vision of life

The vision of life we will direct people who want to work and change their lives to the heart of work read us inside
(1)

02/02/2025
 !Jaalalakoo ibseefiiNa amanuu diddeOsuman ilaaluuAmala haaraa fiddeAni ishiin jaaladhaIshiin na tuffattiGaarii of taasi...
26/06/2024

!

Jaalalakoo ibseefii
Na amanuu didde
Osuman ilaaluu
Amala haaraa fidde

Ani ishiin jaaladha
Ishiin na tuffatti
Gaarii of taasiftee
Hamaakoo dubbatti

Sossobnaan na didde
Gurra aachi qabatte
Cita natti himte
Sagalee cirattee

“Ameerikaan deemaa
Ani si hin barbaadu
Si jaalachuu mitii
Waayeekeeyyuu hin yaadu.”

Eerga ishiin naan jettee
Afaanii baafattee
Anuu ofan tuffadhe
Garaakoon kutadhe!
Telegram irratii
https://t.me/oromotechnology7

12/06/2024

baga nagaan gara Garee kanaatti dhuftan Odeeffannoo hojii Garee kana keessa jiru kamiyyuu waliif qooduun carraa hojii waliif uumuuf cimnee ni hojjenna 💪

12/06/2024

💫Oduu Gammachiisa 💫⭐ 🎤💯⭐✨
_🎊💐🎉🎊💐🎊💐🎊💐💐🎉🎊🎉💐🎉💐🎉💐🎉💐🎉💐🎉💐🎉💐👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏 carraa addaa 💦
Namoonni Gara Duba'i demtaani jireenya keessaan foyyeeffachu barbaaddan 💸💵yaaddo tokko male kara seera qabeessa ta'en demtaani hojjechuu yo barbaaddan🆓
🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚
✅Beeruut
✅Joordaan
✅Bahareen
hello yo jettan nu argatuu +251931205198
+251715635284
Telegram irratii

Qubeessakoo yaa kobbeekooSinan beeka fira dhugaaNaaf ibsita miiraa kankooNaaf dhaabbatta taate ragaaFiraakooti ati aante...
30/05/2024

Qubeessakoo yaa kobbeekoo
Sinan beeka fira dhugaa
Naaf ibsita miiraa kankoo
Naaf dhaabbatta taate ragaa
Firaakooti ati aantekoo
Nattin taane alagaa

Dhoksaakoo baasten dubbanne
Isan sitti himadhee icciti
Waan hundumaa gararratti
Amanamakooti ati

Sirra shakkin qabu takka
Hiriyyaan koo dhugaan si'i
Ofittin si aansadhee hundarra
Atis anteekoo naa
Qubeessakoo yaa kobbeekoo
Sinan beeka fira dhugaa
Naaf ibsita miiraa kankoo
Naaf dhaabbatta taate ragaa
Firaakooti ati aantekoo
Nattin taane alagaa

Dhoksaakoo baasten dubbanne
Isan sitti himadhee icciti
Waan hundumaa gararratti
Amanamakooti ati

Sirra shakkin qabu takka
Hiriyyaan koo dhugaan si'i
Ofittin si aansadhee hundarra
Atis anteekoo naa ta'i
https://t.me/+xcrMcEFiYcMzOTdk

 Jibba kee hin agarre jalaalaa kee malee jalqabaa nati ta'e mallasaan wallaale mufatte yoo demtuu onneetu na rifata fuul...
22/05/2024


Jibba kee hin agarre jalaalaa kee malee jalqabaa nati ta'e mallasaan wallaale mufatte yoo demtuu onneetu na rifata fuula yeroo guurtu ijaatu na diimata yeroo ati gadditu ani si waliinin gadda wan biratii miti kolfaa keen barbadaa me naf kokkolfii gammadi taphaadhu ofii keef gammadi gammachuu naf laadhu!

18/05/2024

Jireenyi jalaalaa hin qabne akka muka fiiri hin qabneti ❤️❤️❤️
Follow gochuu hin dagatiinaa

26/01/2024

Hundeeffama dhaabbata breakthrough trading waggaa 4ffaa
Telegram link

Address

Ghimbi

Telephone

+251715635284

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The vision of life posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to The vision of life:

Share