Love of agape

Love of agape Telegram channel keenya join godhaa https://t.me/loveofagape

23/01/2025

Yeroon Kun yeroo iti nuti qophofnudha yesuus dhufuu ga'eera kanaaf hunduu ha qophoofnu

Xirrii Faaruu FAAR. GIRMAAYEE BAAYYISAA Argachuuf Koodii Kana Fayyadama Dursa 822tti  A jechuun erguun itti aansuun Kood...
16/11/2024

Xirrii Faaruu FAAR. GIRMAAYEE BAAYYISAA Argachuuf Koodii Kana Fayyadama
Dursa 822tti A jechuun erguun itti aansuun Koodii faaruu barbaaddani itti galchaa

Ebbifamaa!!

27/07/2024
DHAAMSAMee suuraa olii itti yaadi mal sif ibsa?Egaan ati yoomiyyuu taanan hiriyaa Amalaa gaarii hin qabne waliin walitti...
17/07/2024

DHAAMSA

Mee suuraa olii itti yaadi mal sif ibsa?

Egaan ati yoomiyyuu taanan hiriyaa Amalaa gaarii hin qabne waliin walitti hin hidhatin ..
Sababni isa amala isa wan horacha deemtuf
Kanaaf namoonnii tokko tokko hiriyaan isani yoo hin tajajiluu ta'e isa duukaa deemun amala isa irra fudhachaa deemu.
Yoo namni malif isa duukaa deemta jedhes sossobe gara waldatti deebisuuf jedhuu.
Garuu maatiinis ta'e hiriyonni walii Wal gorsa .
Yoo hiriyaan keessan ykn dhalli keessan nama amala gaarii hin qabne duuka deeme dhorkaa
Amalli badaan amala gaarii mancaasa wan jedhuuf

Https://t.me/loveofagape

16/07/2024

" Sagaleetu dhaga'ama! Waaqayyo mandaricha in waama; maqaa isaa sodaachuun ogummaa dha, kanaaf yaa gosaa, yaa walga'ii mandarichaa dhaga'aa!"
(Macaafa Miikiyaas Raajichaa 6: 9)

Address

Ghimbi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Love of agape posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share