Aagii Records

Aagii Records Hojii bu'aa fi qulqullina guddaa qabu isiniin, isiniif laachuudhaaf kan jiraatu AMEN FILM PRODUCTION hordofaa

GADHIIFAMEERA🔴 LINK gadiitiin seenaa itti eebbifamaa🙏
10/04/2026

GADHIIFAMEERA🔴 LINK gadiitiin seenaa itti eebbifamaa🙏

mezmur

" Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera" (Mat 28: 6)Bor Galgala faaruu haaraatiin nu eegaa
09/04/2026

" Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera"
(Mat 28: 6)

Bor Galgala faaruu haaraatiin nu eegaa

Baga Ayyaana Yaadannoo Dhalachuu Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristos Nagaan Geessan.
06/01/2026

Baga Ayyaana Yaadannoo Dhalachuu Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristos Nagaan Geessan.

Faaruu hedduu gurraaf toludha. Ni jaallattu!🤍
24/10/2025

Faaruu hedduu gurraaf toludha. Ni jaallattu!🤍

FAARUU ajaa'iba

Coming Soon...
18/09/2025

Coming Soon...

🔴AJAB!
17/09/2025

🔴AJAB!

🛑NAGAA NUUF BUUSI🎧🎶🔊AAGII RECORDS hojiiwwan haaraa hedduu qabannee dhufaa jirra. Faaruu Obboleessa keenya Amaanu'eel Dar...
27/08/2025

🛑NAGAA NUUF BUUSI🎧🎶🔊

AAGII RECORDS hojiiwwan haaraa hedduu qabannee dhufaa jirra. Faaruu Obboleessa keenya Amaanu'eel Darajjee yeroo dhihootti....

OOFEETEE💥👏👏👏Link armaan gadii tuquun SEENAATII  DAAWWADHAA👇Nama hedduu bira akka gahuu   gochuudhaan nu deggeraa. GALATO...
11/07/2025

OOFEETEE💥👏👏👏

Link armaan gadii tuquun SEENAATII DAAWWADHAA👇

Nama hedduu bira akka gahuu gochuudhaan nu deggeraa.

GALATOOMAA🙏

Jimaata galgala nu eegaa...
10/07/2025

Jimaata galgala nu eegaa...

08/07/2025

Akkam jirtu? AAGII beektuu? AAGII jechuun maal jechuudha?👇

Kanaan dura waggaa 4 fi walakkaadhaaf maqaa AMEN FILM PRODUCTION jechuudhaan sagantaalee garaa garaa kan akka

●Faaruu
●Lallaba
●Walaloofi sagantaawwan biroo hedduu isin biraan gahaa turuun keenya ni yaadatama. Guyyaa har'aa irraa eegaluudhaan ammoo itti waamama maqaa keenyaa irratti maqaa 'Unique' ta'e fayyadamuufi brand dhaabbata keenyaa fooyyessuuf jecha maqaa haaraa AAGII RECORDS jedhutti jijjiiruudhaan dhufnee jirra.

AAGII RECORDS.

AAGII jechuun maal akka tahe deebii keessan saanduqa yaadaa jala nuuf kahaa.

GALATOOMAA🙏

Address

Ethiopia Oromiya Gimbi
Gimbi
GABO1234

Telephone

+251925801101

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aagii Records posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category