ORO SHOW ORO

ORO SHOW ORO wbo abdii sabaa

Weellisaa Eebbisaa Addunyaa waggoota 25 dura guyyaa har’aa ture Magaalaa Finfinnee bakka Shiroo Meedaa jedhamutti kan aj...
31/08/2021

Weellisaa Eebbisaa Addunyaa waggoota 25 dura guyyaa har’aa ture Magaalaa Finfinnee bakka Shiroo Meedaa jedhamutti kan ajjeefame.
Ajjeechaa isaaf humnoota nageenyaatu himatame.
Ogummaa gitaaraa, walaloowwan jajjaboo hamilee ummataa cimsanii fi dhuunfaadhaanis qabsoo keessatti nama qooda fudhateedha Eebbisaan.
Harmeensaa mucaankoo seenaasaa malee homaa hin qabu jedhu. Artistichi maatii horatee nama du'es hin turre.
Waggoota 25 dura ALI Hagayya 24, 1988 yookiin ALA Hagayya 30, 1996 kaan ajjeeffaameedhaa

05/08/2021
Dr Gammaachuu Magarsaa,sirnaa ebbaa albeemaa 3ffaa hacee waggaa 1ffaa iirraatti eebbasaan eebbiisaan,nuu jiradhaaErgadha...
30/06/2021

Dr Gammaachuu Magarsaa,sirnaa ebbaa albeemaa 3ffaa hacee waggaa 1ffaa iirraatti eebbasaan eebbiisaan,nuu jiradhaa
Ergadhaa elmadhaa
Raafadhaa yaafadhaa
Jiraataa horaa
Nyaataa dulloomaa
Guggurufiin, itti dhufiin
Dhukkuba luugoo bulu
Farda luugamaan bulu
Qullubbii tumuu
Muxuxii dhumuu
Qalqala maruu
Galgala baduu
Waaqayyo oromoorraa haa qabu.

28/06/2021
13/05/2021

AMMAA FINFIINNEETT

13/05/2021

ADAMAATTII Salaata bood..Justice for Hacalu, free Jawar Mohammed, free Bekele Gerba, free Hamza Booranaa, & all Oromo political prisoners

Address

Gimbi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ORO SHOW ORO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share