Ayantu Tolera

Ayantu Tolera Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ayantu Tolera, Gimbi.

10/03/2026

With Beleqet Jobs – I'm on a streak! I've been a top fan for 15 months in a row. 🎉

With Melala Kebbede – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
07/02/2026

With Melala Kebbede – I just got recognized as one of their top fans! 🎉

01/02/2026

Wow

Abbaa qabeeya jechuun kan Hiyyeessaf gara lafaadhu Obbo Fekadu Atnafe  Abbaa qabeenyaa yeroo hunda uummata isaa qarqaaru...
20/04/2025

Abbaa qabeeya jechuun kan Hiyyeessaf gara lafaadhu Obbo Fekadu Atnafe Abbaa qabeenyaa yeroo hunda uummata isaa qarqaaruun beekamu Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii qooduf qophiin gahaan godhama jira !

Akkan hogguu sin shakkine,akkan argus... hin argine,Hammeessaakee, ilkaan hadhaa,akka hin simne, kakachuukoo, nan yaadad...
20/04/2025

Akkan hogguu sin shakkine,
akkan argus... hin argine,
Hammeessaakee, ilkaan hadhaa,
akka hin simne, kakachuukoo, nan yaadadha.

Kiyya garaan...
"Heexoo na keessaa si dhiqu,
afaan ogeessaan hin dhugu,
Bar siif lapheen, obsa darbee, mixii nyaata"
qoosaan qabee, siin jedheera mitii laata? 🤔

Eeyyee... jedheera.
Jedheera afaan of butuchee,
jechuu qofaa? nan itiche!

Har'a kunoo...
Simbookeerraa riqaa murtee,
akka narraa siqaa turte,
gurra cufus, qaroot' arge, dhugaa bulte...

Jecha tokkoon miira danuu,
jecha onnee dhibba banu,
Ana malee, salgan namaaf, gaalessite,
gurra lama, afaan tokkoon, qaanessite,
gabaa amantaa qaalessite.

Har'a kunoo...
Harkin dhahee, siif kakadhe, harka gabaa,
akka ta'e, yoon yaadadhun, akka dhaba.
Harkumti kun, harka meeqaaf, kakachuusaa,
tilmaamuutu, anas anaan, baqachiisa! 😩 Aga Guda

Address

Gimbi

Telephone

+251911698405

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ayantu Tolera posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share