
03/06/2025
Yayyaba Sirna Gadaa Sikko Mandoo Luba Guyya Har,a Marii Jajjabaa Bakka Hayyonni Hedduun Aanota 4 Irra Argamanatti Magalaa Geggeeffame Jira Maarii Kana Kan Geggeessan Hayyuun Gadaa Sikkoo Mandoo Siraaj Abubakar Dabalate Jaarsonni Akkasuma Hayyoonni Jajjaboon Sikkoo Mandoo Lubaa Tahan Akkasuma Bakka Bakka Bu'aan Aadaa fi Tuurizimii Godinaa Baalee Bahaa Jirutti haala Mariin Fulduratis iti Adeemu Qabus Kaasun Maricha Har'a Murtii Cimaan Dabarfachun Goolabani Jiru
Gadaan Quufaf Gabbinna