Waldaa tola ooltota dargaggoota ganda dooyyoo

Waldaa tola ooltota dargaggoota ganda dooyyoo TOLA OOLUF NAMUMMAAN KEE QOFTI GAHADHA.

๐—ง๐—ต๐—ฎ๐—ป๐—ธ ๐—ฌ๐—ผ๐˜‚ !
05/10/2023

๐—ง๐—ต๐—ฎ๐—ป๐—ธ ๐—ฌ๐—ผ๐˜‚ !

โœง "NAMOONNI TOKKO TOKKO MAALIIF CAALCHISANII MILKAA'U?โ”ƒโžŠ. Hawwii cimaa qabu!โž‹. Fageessanii yaaduu!โžŒ. Fedhii olaanaa qabu...
26/10/2022

โœง "NAMOONNI TOKKO TOKKO MAALIIF CAALCHISANII MILKAA'U?โ”ƒ
โžŠ. Hawwii cimaa qabu!
โž‹. Fageessanii yaaduu!
โžŒ. Fedhii olaanaa qabu!
โž. Cimanii hojjetu!
โžŽ. Waan hojjetan ni jaalatu!
โž. Waan hojjechuu qaban beeku!
โž. Gargaarsa namoota ciccimoo irraa argatu!
โž‘. Ofirratti hojjetu!
โž’. Fayyaa isaanii eeggatu!"

โœง "WHY ARE SOME PEOPLE MORE SUCCESSFUL?โ”ƒ
โžŠ. They have a strong desire!
โž‹. Think far-sighted!
โžŒ. They have a high demand!
โž. They work hard!
โžŽ. They love what they do!
โž. They know what they have to do!
โž. They get help from strong people!
โž‘. They work on themselves!
โž’. They keep their health!"
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌoolmaa garii ๐Ÿ™

===๐ŸŒป๐ŸŒป==๐ŸŒป๐ŸŒป== Beeksisaa ==๐ŸŒป๐ŸŒป==๐ŸŒป๐ŸŒป===โœ”Onkololeessa 6/2/2015 guyyaa dilbataa sa'aatii 8:00 irratti, hojii duula fi marii gaba...
15/10/2022

===๐ŸŒป๐ŸŒป==๐ŸŒป๐ŸŒป== Beeksisaa ==๐ŸŒป๐ŸŒป==๐ŸŒป๐ŸŒป===
โœ”Onkololeessa 6/2/2015 guyyaa dilbataa sa'aatii 8:00 irratti, hojii duula fi marii gabaabaa waan qabnuuf miseensonni waldaa keenya hunduu M/B Dooyyoo keessatti akka nuuf argamtan kabajaan isin Beeksifna.
โœ”๐ŸŒปDura bu'aa W.T.O.D.G.D.irraa !

27/09/2022
โœ…BOOK.โœ…KITAABA JECHUUN............ ?
20/05/2022

โœ…BOOK.
โœ…KITAABA JECHUUN............ ?

20/05/2022
Waldaa Tola Ooltota Dargaggoota Ganda Dooyyoo.
23/04/2022

Waldaa Tola Ooltota Dargaggoota Ganda Dooyyoo.

29/12/2021

Wel come to our page.

Address

Dooyyoo
Ginnir

Telephone

+251910744831

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa tola ooltota dargaggoota ganda dooyyoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waldaa tola ooltota dargaggoota ganda dooyyoo:

Share

Category