Adam Abubaker Mohammed Aadam Abubaker Mohammed

Adam Abubaker Mohammed Aadam Abubaker Mohammed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Adam Abubaker Mohammed Aadam Abubaker Mohammed, Digital creator, Gursum, fugnan bira, Gursum.

  Bulaa Diinagdeen Cimsuuf Kaayyeeffatee Socha'aa Kan Jiru Baankii Siinqee Jabeessuu Qabna Jedhame. Bulchaan Aanaa Gursu...
09/04/2026

Bulaa Diinagdeen Cimsuuf Kaayyeeffatee Socha'aa Kan Jiru Baankii Siinqee Jabeessuu Qabna Jedhame.



Bulchaan Aanaa Gursum Obbo Nasradin Abdurehman Hoggansa Olaanoo Distirktii Damee Bahaa Kan Baankii Siinqee Waliin Marii Waajjira Isaanitti Taasisaniru.

Marii kanaanis dhimmoota fayyadamummaa dinagdee hawaasaa cimsuu danda'an irratti marii bal'aa tahe taasisuun milkaa'ina fuuladuraaf kallattii kaa'aniiru.

 ‼️Lammiileen Itiyoophiyaa biyyoota baha giddu galeessa keessa jiraatan haleellaa waraana deema jiruuf akka hin saaxilam...
01/03/2026

‼️

Lammiileen Itiyoophiyaa biyyoota baha giddu galeessa keessa jiraatan haleellaa waraana deema jiruuf akka hin saaxilamne qajeelfama imbaasiiwwan biyya keenya irraa darbu hordofuu akka qaban dhaamame.

26/02/2026
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti=====Badhaadhina Filachuu Jechuun Imala Ulaa Galaanaa Dhugoomsuu Jechuudha🥰🥰🥰🇪🇹🇪🇹🇪...
26/02/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti
=====
Badhaadhina Filachuu Jechuun Imala Ulaa Galaanaa Dhugoomsuu Jechuudha🥰🥰🥰🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

Address

Gursum, Fugnan Bira
Gursum

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adam Abubaker Mohammed Aadam Abubaker Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Adam Abubaker Mohammed Aadam Abubaker Mohammed:

Shortcuts

Share