25/08/2026
Sher Sher Tasisaa
Mana Amantaa Waregamtuu qulqulletti Arsemaa mana lubumaa Anna Jalduu jalatii Kan argamtuu ebbifamuuf ji.aa Tokko qofatuu afee kanaafii Mani kiristaanaa kun ebbifamuuf.meshalee barbachisuu hin gutamnee kanaaf Amma humna keessanii irramadhaa Addaraa Keessan
Kan aqatee
ali isaa qalamii ni barbachisaa
magarajaa
maqooma
kabaroo tsinaa atironoosii fkn fakkatan uffataa lubaa Kan daqonii Kan Baratootaa Dilbataa appolii kanaaf Amma humna keenyaa Mana kiristaanaa kana bukke Yaa dhabanuu ware degaruu barbadaan
Account maqaa nama sadiin banamee jiraa 1000562533552 Addaraa waaqayyoo jabaadhaa
Walda Dargaaggota Qulqulletti Arseemaa